Beeksisa!! Kabajamtoota daawwattoota keenya: Warri hamma ammaa gumaatan nu bira dhaabbattan martii keessan galatooma. Marsaa kana jiraachisuu keessaniif irraa deebinee galatooma jenna. Ispoonsariin keenya isinuma waan taaheef, Warrii hojii nuti goone kanatti gammaddanii akka dalagaan tun itti fuftu barbaaddan waggatti/barattii miseensummaan $24,99 qofa. warrii dandessan

Dear visitor, Help Contribute towards Cost of Bandwidth, so more material can be added
Our Aim is to keep bilisummaa site free so that it will always give free service to you over the net.
If you liked our site we ask you to help with the cost of hosting a maintaining this website, you can help by donating or by becoming our members

Adunyaan akkamitti bulee fi akka itti oole, maaltu maal ta'e yoo baruu barbaaddan....  
 

Gabatee
Mana
    ~
    ~ Abdii Boruu
    ~ Bashannana Ayyaanaa
    ~ Diraamaa
    ~ Geerarsa
    ~ Hawwisoo
    ~ Ispoortii
    ~ Raajii
    ~ Sagalee Ummataa
    ~ Shaggooyyee
    ~ Sirba Aadaa
    ~ Sirba Viidiyoo
    ~ Tapha B.
    ~ The lies of OPDO
    ~ TV Clips
    ~ Uumaa . M. O
    ~ Warraaysa
Viidiyoo
Himi hiriyyaa keetiif
Nu qunnami

10 Tokens Left

Barbaadi

User Login





Statistics
Total Videos: 1939
Played Today: 1664786
Overall Played: 1664955
Total Members: 107
Newest Member: oromo

Users Online: 9 (0 members and 9 guests)

Top Links
Sorry, updating!
Your Link Here!
More Links ...


Tapha Haaraya
Kora Oslo 20100905 (148 times)
Maddaa Walaabuu 20100905 (23 times)
Oduu adaree 20100908 (16 times)
Warqee 20100909 (49 times)
Iid Mubaarak 20100909 (32 times)
Nuhoo Alibirraa fii Qamar (70 times)
Said Mohamed 2010903 (359 times)
Oduu adareee 20100901 (356 times)
Dorgaa dorgee 20100831 (119 times)
Gaaddisa Dhugaa 20100829 (301 times)

Viidiyoo Jaalatamaa
Onesmoos/Sh.Bakrii Saphalo (12856 times)
B. Jenaraal Taddasaa (10302 times)
Aadam Haarun (9152 times)
Miseensoota ABO (8550 times)
Run for Oromia Final (8467 times)
Aliif Qamar (8422 times)
Aadam Haarun (7808 times)
Baandii Odaa Bultum (7339 times)
Fayysiaa Furii (6863 times)
Inside rebel territory 090810 (6778 times)

Top Players
mariyaa (5559 points)
Tufaa (154 points)
essa kadir lensiso (114 points)
abdalla (112 points)
badrii (112 points)
abbaagaroo (111 points)
Mootii (103 points)
khalid (86 points)
toltuu (68 points)
abdii (54 points)



Tell-A-Friend

B. Jenaraal Taddasaa

[rate]

Gootichi har'a seenaa isaa gabaabaa qabaabannee dhihannee B/ Jeneraal Taddasaa Birruuti. Jeneraal Taaddasaa Birruu Namoota taaytaa ol'aana qabaniif dammaqaa lammiif hadoodu jedhamnii warraa lakkaa'aman keessaa tokko.... (Caamsaa 19, 2007


User: Guest
Date: 2010-06-12
gaariidha

User: Guest
Date: 2010-05-03
nama gaafa guyyaa 20 as gubbaatti yaada kennen taajjabe,Gootichi Oromoo J.Taadasaan akka kee kosii irra ta`ee nama jimaa qaamaa yoo mirqaanan dhufteef qofa waa`ee Oromoo kaasu hin turre,ABO har`a haati garaa akka kee harka keessa galchattee oliif gadi marqaa jitu kana warra bu`uura ta`an keessaa isa tokko ture,afaan amma ati mana keenya guddaa kana ittiin qeequ barbaadde kana kan asiin gahe dhiiga isaa dhangalaasee inni nama tokko ture,selas addageen amma lafa irra ejjettu nama irra ejjetti jedhanii akka nyaattutti haasa`i.....

User: Guest
Date: 2010-05-03
Mee nama hin gubiinaa,osoo harreetti qawwee feetee baattee deemti malee bu`aa qawwee sanaa hin beektu,OPDOnis haguma harree kana,siidaa Gooticha J. Taadasaa Birruu kan ijaaruu danda`u ilma Oromoo Oromummaaf madaa`e malee garaaf madaa`e miti,ilmi Oromoo Oromummaaf madaa`e immoo man hidhaa,koolu galtummaan biyya ambaa,dirree qabsoo WBO,fi rakkoon itti fe`amee bakkoota garagaraa waan jiruuf ammaaf kun ariifachiisaa miti,kan dursu,Qabsoo hadhooftuu,Bilisummaa dhaltu,haa jabaannu,yoo jabaanne gaaffii keenya hundaaf deebii arganna ofuma mataa keenya irraa.......

User: Guest
Date: 2010-01-20
kan isa qofa faarsu moo? nuti hoo???????......

User: Guest
Date: 2010-01-18

Click to view all comments

Comment:


Please enter the verification code displayed above


(pressing Add Comment will refresh your game)


www.bilisummaa.com©2008 Welcome To the latest Oromo video news stories and information free from bilisummaa.com