INNAA LILAAHII WA’iiNAA ILEEYHII RAAJI’UUN PROF Mahdii Hamiid Muudee (Abbaan Gaazexaa Bariisaa) Hayyuun Oromoo guddaan gara ganda Aakiratti godaanuun Dhagahame.Nama guddaa waan guddaa fuuldurattiis irraa …
Read More »Qeerroon lafaa ol ka’i mirga kee kabachiisi Hayyoota keetis hiksisi
PRO.Mararaa Guddinaatiin Yaa Saba Bal’aa !! Akkuma beekamu yeroo ammaa kana haala rakkisaa fi yaaddessaa keessatti akka argamnu hunda keenyatu beeka .Yeroon kun Oromoof yeroo …
Read More »YAADANNOO AMNA QEEYROO GANAMAA BARA SHANTAMMAFFAA
Haalli ummata Oromoo kan arra bahaa-dhihaa fii kaabaa-kibba Oromiyaa keessatti xiqqaa fii guddaa – dhiiraa fii dhalaa lammii qabsoof onnachiisee wareegama bilisummaa tiif harka qullaa …
Read More »Ollaa: Oromo Legacy Leadership And Advocacy Association
IMPORTANT UPDATE: OLLAA is always seeking for opportunities to engage with Oromo communities around the world to bring light to the plight of our people. …
Read More »Jijjiiramni Oromoon kumaatamaan itti warageeme kana fakkaata
Ajandaa Mana Marii Nageenya Biyyolessaa (National Security Council/ NSC) Roobii Darbee:Roobii darbe jechuun gaafa Qaammee 4 bara 2012 Abiyyi Ahimad Mana Marii Nageenyaa jedhamu walitti …
Read More »Abaaramaan akkatti dhiiga dhuga
Dhiigni lammii summii sitti haa ta’u! Magaalaa Aawwadaay, Gochaa suukanneessaa abbaan irree ummata Oromoorratti raawwataa jiru
Read More »Murtiilee Konferensi Gurmuu Hayyoota Oromoo (GHO) 15.08.2020
Nuti, kanneen yaa’ii guyyaa hardhaa 15.08.2020 mataduree “Beekumsa hidhachuudhaan Oromoo fi Oromiyaa roorroo diinaa irraa haa baraarru!” jedhun gaggeeffame irratti hirmaanne, qabxiilee haala Qabsoon Bilisummaa …
Read More »Abbaan Seeraa naaf haa jijjiiramu’ waan jedheef qofa adabbii qarshii 500 irratti murteessee jira..
Dabalataan manni murtii guyyaa har’aa Jawaar Mohaammad Abbaan Seeraa naaf haa jijjiiramu’ waan jedheef qofa adabbii qarshii 500 irratti murteessee jira. Itti dabaluudhanis miidiyaalen akka …
Read More »Ethiopia’s Defence Minister, Lemma Megersa, is under a house arrest as of this morning.
Hearing from credible sources that Ethiopia’s Defence Minister, Lemma Megersa, is under a house arrest as of this morning. Last night, the Chief of the …
Read More »Awustaraaliyaa; Xiyyarrii magaala Melbourne irra gadi siqee balali’uun barrefama mormii #OromoProtests fi Kaneen biroo qabate bararuufi
Seenaa qabsoo Oromoo ilmaan Oromoo biyya Ormaati godha jiran keessatti mormiin Hawaasni Australia Melbourne gochuuf deemu kan addaatti.. Xiyyarrii magaala Melbourne irra gadi siqee balali’uun …
Read More »