Tuesday, 11.18.2008, 02:48pm (GMT)
  Home
  FAQ
  RSS
  Links
  Site Map
  Contact
 
Statement of the OLF Provisional Committee On TPLF's Peace Gimmick ; Ethiopia - Scapegoat for defeat in Somalia ; Somali head admits militant gains ; Statement of the Oromo Liberation Front (OLF) Regarding VOA Interview on Negotiations with the TPLF Regime ; New Forms of Oromo Popular Culture on the Internet
::| Keyword:       [Advance Search]
 
NAVIGATION  
  Oduu Oromoo
  Oduu G. Afriikaa
  Oduu Addunyaa
  Afaan Oromoo
  Aadaa Oromoo
  Buhaarsaa
  Joollee
  Marii
  Seenaa Oromoo
  Amantii
  interneet
  Viidiyoo
  Fayyaa
  Ispoortii
  Raaga qilleensaa
  ::| Newsletter
YOUR NAME
YOUR EMAL

 

 
Barsiisaa Qamar Husse en
Barsiisa Qamar Husseen
Baruumsaa garagaraa D VDiin

Dr. Sh. Muhammed Rashaad Abdullee
Hiikkoo/ Tafsiira Qur'aana
Afaan Oromoo Guutuu Sagalee
Dr. Sheek Muhammad Rashaad Abdulleetiin
Caqasuuf As tuqaa
SH. Amiin Ibroo
Gorsa mimmi'aawaa Sheek Amiin Ibroo
Sheek Rayyaa Abbaa Macaa
Sheek Mussaa KKF kutaa
Kuusa Barnoota Amantii Islaamaa
Daawwachuuf As Tuqaa
Dr. Sh. Muhhammed Rashaad Abdullee
Gaafiif deebisaa STVO Dr. Sheek
Muhammad Rashaad Abdullee
Kutaa Lammaffaa: Daawwadhu/Watch Here
Kutaa Tokkoffaa: Daawwadhu/Watch Here
J/Jaarraa Abbaa Gadaa
Dhaamsa Sooreessaa Hogganaa
FIDO Jaal Jaarraa Abbaa Gadaa
Kutaa Tokkoffaa: Daawwadhu
Kutaa Lammaffaa: Daawwadhu
Kutaa Sadaffaa: Daawwadu/watch
 
 
 
 
Statement of the OLF Provisional Committee On TPLF's Peace Gimmick
Tuesday, 11.18.2008, 11:54am

The OLF Provisional Committee takes this opportunity to make a complete departure
 
from this dubious past culture of deception and fruitless exercise and rather focus on the
 
fundamental task of transforming the Oromo struggle by building..
Oromo News Video, Music, Drama, Youth 4 The future,Games
and More..Watch Over 1200 Bilisummaa Video On Internet >> Watch
Afaan Oromoo
Afaan Mallattoo sabni tokko saba biraatiin adda tahuu calaqqistu keessaa tokko
..barachuuf..........

Viidiyoo Jiruuf Jireenya Oromoo Guyyaa guyyaan >>>
Daawwachuuf ...............
Oduu Gurguddoo Oromoo...................

Haalaa fi rakkoo Hawaasa
Oromoo .........................

Dhimma Oromoo, bakka si ilaalu, bakka si laaleessu, bakka si naasisu, bakkaa si gammachiisu, Hayyootaa fi namoota ummata Oromoo biratti dhageeytii qaban mara, Oromiyaa,Baha Dhiha, Kaabaa fi Kibbatti, kuusa seenaa>>Suur & Sagaleen>> Klippii Viidiyoo Oromoo 1200 ol bakki irraa argattan >>www.bilisummaa.com

Mana Viidiyoo Waraabbadhu Gargaarsa

Galmee Seenaa irraa: Qabsaawoonni Oromoo har'a biyya Ambaa keessa fac'anii wal nyaachaa jiru, kaleessa akkam turan??

Sadaasa 15, 2008 Daawwadhu/Watch


Bookee Soddaa: Oromoonni booranaa Soogidda bishaan meetira sadi gad fagaatu jala lixee baafata jiru

Oromiyaan biyyota adduyaarratti uumama garagaraan badhafamte ...keessaa tokko taatullee, sababa gabrummaa jala jirtuuf qabeenya ishii akka barbaadametti itti gargaaramuus tahee ummataaf oolaa hin jiru. kan jiruus ummanni rakkoo akkamiin akka itti baafaata jiru...Sadaasa 15, 2008 Daawwadhu/Watch


TV Asmaraa sagantaa gaaddisa dhugaa ...Oduu Ertiraa fi ABO

Sadaasa 15, 2008 Daawwadhu/Watch


Korri hatattamaa kun, qabsoo keenya fuulduratti finiisuufi ture

Gaafiif deebisaa SGDH miseensa shanii Gumii sabaa ABO fi dubbataa dhaabaa J/Bayaan Husseen ..Sadaasa 15, 2008 Daawwadhu/Watch


 

Mucaa kennaa Arti qabu tokko kan rakkoorraa daandiirra galu , qalbii ummataafi wallistoota Oromoo naasise jedhu

Akkuma ka garaa jabaatu jiru, ka garaalaafuus jira ..Sadaasa 11, 2008 Daawwadhu/Watch


Istaadiyoomiin Dhiha Oromiyaa Walgga keessatti jaaramuuf deemu, gaanfa Afrikaa keessatti kan kana fakkaatu jaaramee hin beeku jedhu..

Sadaasa 11, 2008 Daawwadhu/Watch


Qarshi lama harka kaayee suuraa isii kumaatamaan poostaa kaardiin addunyaarratti gurgurate

Jiraattuu Arsii Nagellee Aaddee Guddattuu Kaayoo bara 45 dura, turistiin faranjii tokkoo qarshii lamaan sobee suuraa isii kaasee poostaa kariidiin addunyaa mara keessa gurguramte jedhu...Sadaasa 11, 2008 Daawwadhu/Watch


"Fottoqiina yeroo ammaa ABO keessatti dhaltate kan duriin, kan adda isa godhu gandummaadha"

.Gaafiif deebisaa TV Asmaraa sagantaa Gaaddisa dhugaa waliin taasise kutaa lammaffaa....... Sadaasa 11, 2008 Daawwadhu/Watch


Wallisaa Kamaal Ibraahim ........... Sadaasa 6, 2008 Daawwadhu/Watch


Fuynaaniin Muziiqaa Taphata

Wallisaan yookaa wallistuun tokko sirba miidhagsuuf meeshaa akka Duibbee, piyaanoo, maasinqoo, gitaara fi xurumaabaa gara garaa akka barbaachisu beekamaadha , garuu Misgaanaa Tafarii jiraataa Qeellam Wallaggaa funyaaniin muziiqaa tapahata jedhu..

Sadaasa 6, 2008 Daawwadhu/Watch


Warri Rarraaseefi warri Rarraafamelleen ummata Oromoo biratti amantaa argachuuf dhidhiitachuu itti fufan


Dubbataa koree yeroo jijjiiramaa J/ Leencoo Baati
Guutuun isaa dhufaa jira.....

Miseensa G S ABO J/Abuubakar Odaa Xasee

Jijjiiramni mooraa qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti maaf barbaachise? Warri kitaaba jijjiiramaa fannifatanii hawaasa Oromoo biyya alaa jiraatan biratti tumsaa fi fudhatama argachuuf shanee waliin dorgommiirra jiran maal jedhu laata?

Ibsa J/Leencoo Baatii, dubbataa koree yeroo jijjiiramaa onkololeessaa 11, 2008 Osloo >.....Dawwadhu/Watch

Gootolee qabsoo kanarratti wareegaman maqaa saanii fuunee sirba keessa galchinee itti sirbuurra, sabaa fi Oromiyaa bilisoomte keessatti siidaa isaanii dhaabuutu irra wayya... Miseensa kore Yeroo Jijjiiramaa J/Garasuu.....>.....Dawwadhu/Watch

 

Gaazeexeessaafi kitaabeessaa fi miseensa Koree Yeroo Jijjiiramaa J/Jaafar Alii.... >.....Dawwadhu/Watch

 

 

Shaneen GS ABO qaama hojii raawwajiistuu dhaabaati, kanaaf aangoon isii kan gumii sabaati gadi jedha..J/ Yaa'ii Malkaa


Akkuma beekamu yeroo amma Shanee GSABO fi warra jijjiirama leellisu giddutti dorgommii ololaatu bifa ho'aawan adeemsifamaa jira. Gareen lachuu ummata Oromo kan biyya alaa jiraatan biratti amantaa fi fudhatama argachuuf maratooniirra jiru...Ololli ammaa garee lamaan jiddutti deemaa jiru kun, qabsaawootaa fi lammii Oromoo mooraa lamatti adda baasee jira...walgahii Onkololeessa 18, 2008 Osloo .....Caqasi/Listren

Ibsa Miseensa GS fi itti gaafatama Birkii Siyaasaa fi Jaarmaa biyya alaa J/Abuubakar Odaa Xasee...Caqasi/Listen


Ibsa Miseensa GS J/Dhugoomsaa dhugaasaa.... Caqasi/Listen

Gaafiif deebisaa waayee haala amma dhaaba ABO keessatti dhalatee ....Caqasi/Listen

Sagalee Bilisummaa Oromoo (SBO) Laalchise Ummanni Oromoo Maal Jedhu??? Sagantaa Addaa >> kamtu dhara, kamtu dhugaadha??


Qopheessitoota TV Asmaraa fi SBO

SBO (sagalee bilisummaa Oromoo) sagalee dharaa tan waan dhimmaa Oromoorratti hin xiyyaafanne waan ta'eef keessaa bahe jetti...Gaazeexeessituu SBO Aaddee Hawwii Bilisummaa >> guutuu isaa Hagayya 17, 2008 Caqasi/Listen


SBO meeshaa Ilmaan Oromoo iittin afanfaajjeessan malee, sagalee rakkoo Oromoo addunyatti ittiin iyyataniimiti ..jedha gaazeexeessaa Adi Furaa gaazeexeessaa SBO Obbo,... SPMMQO
Hagayyaa 17, 2008 >> Caqasi /Listen


Dhkkubsattoota Keeniyaa fi Asabirraa bilbilaan dubbisaan Ajajoota Zoonii jedhanii dhiheessan malee, WBO Shanee Gumii S ABO Asmaraa jala jiru jedha...Sanyii biqilaa. Kana malees Lubbuufi qabeenya keenya maraan warraa jijjirama jedhu kana mancaasuun barbaachisaadha jedha..Itti gaafatamaa "istaafii ajajaa ol'aanaa WBO J/Sanyii Dhugaasaa.Kutaa lammaffaa ..SPOMQO >>sa'aa tokkoo fi wallakkaa deema Hagayya 17, 2008 Caqasi/Listen


Jijjiiramni gaafatamaa jiru kun, jijjiirama gandi tokko gaafachaa jiru malee jijjiirama ilmaan Oromoo gaafachaa jiraniimiti jedha...Itti gaafatamaa TV Asmaraa sagantaa gaaddisa dhugaa fi SBO obboo Boru Barraaqaa...kutaa lammaffaa..Kutaa Sadaffaa. Saa'aa lama deema < >Hagayya 17, 2008 Caqasi/listen

 

 

 




SBO (sagalee bilisummaa Oromoo ) laalchisee yeroo hedduu kan dubbatamaa ture ...sagaleen kun olola Oromoof gatii hin qabnee fi namoota dhunfaaratti sagalee boobbaatu jedhamtee dubbatamti... kanneen keessaa..wallistoota Oromoo tokko tokko akka fakkeenyaatti waan sagalee kanarra darbaa ture kan hin haalamne ...jedhu .

Kana malees SBO Yeroo ilmaan Oromoo bakka gargaaratti saba bicuu isa hin geenyeen akka hori qalama ture, maalf akka amma murna jijjirama jedhu kanarratti xiyyeyfatee halkanii guyyaa lallabu kanatti maaf lallbuufi dhabe?


Gaazeexeessaa Guyyoo Gollichoo, J/Lichoo Bukraa harkaan reebuu fi waajjira H/ABO J/Daawud Ibsaa dhaqee itti gamuu ture jedha....itti gaafatama TV Asmaraa sagantaa gaaddisa dhugaa..Obb. Boruu Burraaqaa. (hubaachiisa:walfaraqaa waan dubbataniif sagaleen kun walkeessa makamaadha) >> Hagayya 17, 2008
Caqasi/Listen


Kutaa duraa Caqasi/Listen


Gafiif deebisaa Guyyoo Gollichoo..
Hayyu duree Adda Bilisummaa Oromoo J/Daawud Ibsaa Waajjira isaatti na yamuun akkaan SBO irraa fagaadhu natti himuu daran,  yoo SBO keessaa  fagaadhuu baattee tarkaanfiin sirratti  fudhadha jechuun na sodaachisaa ture jedha..Guyoo Gollichoo...Gaafiif deebisaa SPMMQO Hagayyaa 16, 2008 .
..
Caqasi/listen



Galmee Seenaa Irraa ..Bilisummaa. com qofaan >> ..Itti fufaa..........


Koraneel Gammachuu Ayyanaa
>> Seenaa B/J/Kamaal Galchuu
akkatti ibsu:

Caqasi/Listen


J/Taaddasaa Birruu fi J/Kamaal Galchu walbira qabu jechuun; akka nama saree fi leenca walbira qabuuti: Caqasi/Listen


dhufaa jira.....






Koraneel Hayluu Gonfaa

An lubbuu koo wareeguuf qophiidha...
Adooleessa 30, 2008 >> Caqasi/Listen

Gafiif deebisa TV Asmara Haylu Gonfaa fi Gammachuu Ayyanaa: Daawwadhu/Watch >> bara lama dura maal dubbataa turan? ar'a hoo?
Daawwadhu/Watch



Galmee seenaa..Itti fufa...


Koraneel Abbabaa Garasuu
Bara 30 caalaa kan qabsoo bilisummaa Oromoo kan hogganaa jiru ilmaan Oromoo dhihaati, kanarratti Oromoon haga amma waayee gandummaa dubbatee hin beeku, garuu amma maaltu tahee waan gandummaa hafarsu?? Caqasi/ Listen


Galmee seenaa..Itti fufa...





B/J/Kamaal Galchu

Yeroo jenaraal Kamaal Galchuu Asmaraa galan >> Daawwadhu/Watch

Gaafiif deebisaa TV Asmaraa >> kuta duraa Daawwadhu/Watch

Kutaa Lammaffaa: Daawwadhu/Watch

Waayee J/Kamaal Galchuu Laalchisee wallistuu Aaddee Ilfinash Qannoo Akkas jetti: Daawwadhu/Watch


Addee Ilfinash Qannoo gamachuu J/Kamaal Akkas jetti: >> Daawwadhu/Watch

Dhimmi qabsoo Oromoo kan Oromoota hundaati

Gaafiif deebisaa SABO B/J/Kamaal Galchuu waliin taasise kutaa lammaffaa fi sadaffaa >> Fulbaana 28, 2008 Daawwadhu/Watch

Haalaa Hoo'aa yeroo ammaa. ABO keessatti dhalate...Kamtu fannifame, kamtu rarraafame, ka arihame fi ka arihellee..garee hundarraa daqiiqa daqiiqatti >>>>

Kaleessa Goota jedhanii lallabaa Turan, Har'a Hoo maal jedhuun laataa? Kun ergaa akkamii ummata Oromootiif qaba??

" Waraanni ABO Ana Commander in Chief Daawud Ibsaa jala jira " gaafiif deebisaa RSM hoggonaa ABO J/ Daawud Ibsaa...Caqasi/Listen


Dhiiyni Ilmaan Oromoo kan kalee Jenaraal Kamaal Galchuu wayyaanee waliin gad-naqe hin qoorree..jedha Abubakar Odaa..Hagayya 9, 2008 ..Caqasi/Listen





Daawud Ibsaa fi Hassan Husseen
Waahiloota AFD
......

B/J Kamaal Galchu kaleessaa akka gootaatti faarfamaa ture.....Har'ahoo??



Erga ABOtti dabalamee maal hojjate/ maal dubbate ture? dhuguma wayyaanee keessa kan dheesseef aangoo barbaaduufi..moo..rakkoon sabaa itti dhgahamteeti....hammaa danda'ametti guutuu isaa..maxxansinaa nu hordofaa!!

Silaa akka Shanee G-S-ABO tiin , jiraattoota ilmaan Oromoo Minisootta gidutti dhiiga guddatu gad-naqama ture..kutaa duraa >> Caqasi/Listen
kutaa lammaffaa: >> Caqasi/Listen


Dhaamsa Hayyu duree ABO J/daawud Ibsaa, kan nam biraan dubbifame.. Hagayyaa 080803 >> Caqasi/Listen

Ibsa Hatattamaa SH-G-S ABO .... Hagayyaa 080803 >> Caqasi/Listen

Ibsa Kora Gamtaa SH-G S ABO...Kutaa USA fi kaanadaa... Hagayyaa 080803 >> Caqasi/Listen


Gandummaan Toftaa kasaarte, kan SH-G S-ABO itti fayyadamuu barbaaddu jedha...B/J/ Kamaal Galchuu....RSM Hagayyaa 080803 >> Caqasi/Listen


J/Hassan Husseen, Gooticha AFD jedhanii kan kaleessa dhaadheessaa turan ...har'a ABO keessaa arihame jedhu...Daawwadhu/Wach


B/J Kamaal galchuu fi kanneen fincila kaasan... adooleessa 31, 2008 irraa kaasee hujii fi dirqama itti kannamerraa arihaman. ABO. Dubbisi/read


Sadarkaa Jeneraalaatti Mallas Ajjeesuu dadhabee ar'a ummata Oromootiin bilisoomsa jechuun waan ajaa ibaati...jedha J/ Abdella Mohemd itti gaafatamaa ABO kibba paasifik.. Caqasi/listen


Kaleessa ilmaan Oromo gataa turee, akkamitti takkumaan darajaa olaa'aanaa ABO keessatti argachuu dandahe? gaaffii jettuf tan biroollee..J/Gaashuu Lammeessaa akkatti deebisu...Caqasi/listen



Kora gamtaa kutaa USA fi Kanaadaa irratti bilbilaan kan yeroo amma Mubaashar/Live "paltalk Mana marii keessatti deemaa jiruudha.

Adooleessa 29, 2008 maxxanfame >>

>>>Sagalee Ummataa >>>>> Coming Video.>>
Oromo News Update

Kora Gamtaa USA Fi Kaanadaa Adooleessa 30, 2008

Maaltu deemaa jira? kamtu fannifame fi kamtu rarrafame??

Faca'iinsa miseensoota ABO kutaa USA fi Kaanada


Ibsa Shanee gumii sabaa ABO (J/Gaashuu, J/Odaa fi J/jeeddiin kennan)
Dhukkubsattoota Keeniya keessaa wali qabanii bilbilaan dubbisan ajajaa WBO jedhan ummata afanfaajjeesaa jiru jedha. ...Abubakar Odaa xasee...

Olola diiggaa yeroo amma Warri shanee gumii sabaa ABO deeggaruufi fi warra jijjirama qabsoo barbaadan giddutti deemaa jiru....

Kan kana dubbatan Itti gaafatamaa birkii jaarmya alaa obboo Abubakar Xasee ... Guutuu sagalee kanaa Adooleessa 31, 2008 >> Caqasi/Listen


Hogganni kan nama amansiisee hujitti nama bobbaasu malee, kan nyaatee dhugeetuma rafu tahuu hin qabu

Gaafiif deebisaa RHO itti gaafatamaa ol'aanaa ajajaa waraana bilisummaa Oromoo B/J Kamaal galchuu waliin taasise Guutuu sagalee kanaa Adooleessa 31, 2008 >> Caqasi/Listen

Tarkaanfii WBOn haala amma deemaa jiru laalchisee fudhatte

Nuti rasaasa keessani, WBO ummata Oromooti jedha, K/ Abbabaa Garasuu

Ajajaan Zoonii WBOn kibbaa baha J/Dachaas Roobaa, akka hoggona amma jirurraa ajaja akka hin fudhanne beeksifte....
Guutuu sagalee kanaa Adooleessa 30, 2008 >> Caqasi/Listen
Guutuu sagalee kanaa Adooleessa 30, 2008 >> Caqasi/Listen

Tarkaanfi Miseensoota caayaa ummata Oromoo keeniyaa

Bilisummaa Oromootiif lubbuu koo wareeguuf qophiidha jedha J/Hayluu Gonfaa miseensa ABO fi ajaja WBO olaanaa

Guutuu sagalee kanaa Adooleessa 30, 2008 >> Caqasi/Listen Guutuu sagalee kanaa Adooleessa 30, 2008 >> Caqasi/Listen

Kana booda yoon du'e gammachhuun qaba jedha J/Yonataan Dhiphisaa

Addi bilisummaa Oromoo dhageeyti barbaada moo qabsoo barbaada? J/Bilaal Guyyoo koree leenjisaa

Guutuu sagalee kanaa Adooleessa 30, 2008 >> Caqasi/Listen Guutuu sagalee kanaa Adooleessa 30, 2008 >> Caqasi/Listen

B/J/Kamaal Galchu yeroo
waraana saatii waliin
Ertiraa seene

Rakkoon Qabsoo bilisummaa Oromoo keessa jirtu, tan akka gaaritti hidda gad hidhattee jedha...Jenaraal Kamaal Galchuu


Footoo/suuraa B/J/Kamaal galchuu fi loltuu isaa hidhannoo waliin Yeroo Ertiraa galu >>> Daawwadhu/Watch

Gaafiif deebisaa TV Asmara sagantaa Afaan Oromoo walin taasisee ture mara tartiibaan maxxnsina nu hordofaa!!

Guutuu sagalee kanaa Adooleessa 30, 2008 >> Caqasi/Listen

Yeroo ummanni Oromoo, baha, dhiha, kaabaa fi kibbatti osoo qabuu beelawaa jiru, akka beeyladaa alaa fi keessatti adamfamee qalamaa jiru, kumaatamaan mana hidhaatti kuufamaa jiru kanatti, gochaan ilmaan Oromoo fi dhaabootiin Oromoo biyya ambaa jiran itti jiran kan nama naasisuudha.

Ilmaan Oromoo kan kumatamaan biyya ambaa jiraatan, rakkoo ummnni saanii byyaa fi ala keessatti mudachaa jiru addunyatti haa iyyannuuf jedhee yoo wal yaamu, nama muraasaa qofaatu hirmaata, gargaarsa lammii saaniitiif yeroo itti lallabamu kumaatama keessa nama muraasaatu arjooma.

Garuu, akka dhaabni samiirraa ummata kanaa gad bu'ee fakkeessan halkanii guyyaa ol'aantummaa garee tokkoo leellisuuf akka saree maraatte lallabamaa jira. Gochaan kun kan namatti garsiisu, isinummaan deebisa!

Korri heeraa fi seeraan namni 100% harki 80 ol irratti argame, kora miseensoota USA fi Kanaadaati jedha..J/Tamaa Baatii

Gaafiif deebisaa ....Ibraahim Muummee Adooleessa 30, 2008 >> Caqasi/Listen
Gaafiif deebisa Tamaam Baatii ..sarara paltalk keessatti Adooleessa 30, 2008 >> Caqasi/Listen

Waayee diigamuu miseensoota kana laalchisee, ummanni maal jedha jira.......sagalee ummataa Adooleessa 30, 2008 >> Caqasi/Listen

Rakkoon waldiiguurratti bobbahe kun eessaa eegale? eessatti deema?

Koonyaa ABO, koonyaa Oromiyaa > Raadiyoo sagalee Oromiyaa bitooteessaa 13, 2008 >> Caqasi/Listen

Gaafiif deebbisa Raadiyoo hawaasa Oromoo Dr. Nuuroo Daddafoo waliin taasise waxabajjii 25, 2008 >> Caqasi/Listen

Gaafiif deebisa Dr. Nuuroo Daddafoo Paltalk Adooleessa 25, 2008 >> Caqasi/Listen

Gaafiif deebisaa RSO Obboo Abuubakar Ali Xasee Adooleessaa 27, 2008 >> Caqasi/Listen

Gaafiif deebisaa RSO Obboo Ibraahim Mummee fi Obboo Tamaam waliin taasise Adooleessa 27, 2008 >> Caqasi/Listen

 

Oromoon kanarraa maal baruu qaba? Deebisaan lammii Oromiyaa biyyaa keessaa dhiiga booyaa jiru maal tahuu qaba?

Sagaleen asii olitti dhihaatan kun sagalee marsaa kanaa akka hin tahin sirritti hubadhaa!!

Akeekni maxxanfamee, akka ummanni fi hawaasni Oromoo dhageeytii argataniifi.

 



.
Ethiopia - Scapegoat for defeat in Somalia    Somali head admits militant gains
 
 
Oduu Oromoo
More ++
Statement of the Oromo Liberation Front (OLF) Regarding VOA Interview on Negotiations with the TPLF Regime
Sunday, 11.16.2008, 10:00pm
The interview on the VOA seems to convey that the OLF delegation agreed to the pre- condition and, also fails to inform the audience that the OLF EC has accordingly re- sponded to the proposal on time
[Opinion] "Negotiations" in Ethiopia between OLF and TPLF will always fail
Ethiopia: opposition confirms arrest of 94 people, urges swift action
   
Oduu G. Afriikaa
More ++
Fighters seize town near Mogadishu
Friday, 11.14.2008, 12:53am
Somalia's Shabab group has taken over the port of Elasha,
18km southwest of the Somali capital...
Islamist fighters take over key Somali port
Taking A Stand In Somalia