Friday, 09.03.2010, 04:48pm (GMT)
  Home
  FAQ
  RSS
  Links
  Site Map
  Contact
 
' Sa'a Abbaan Gaafa Cabse Ollaan Ija Jaamsa' Oromummaa Keenya Dhugumatti Ni jaalannaa Laata? ; Gandummaa, Naanummaa, Amantii fi Oromummaa Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti ; Public and Politician ; Gareen QC ABOn Hawaasa Oromoo Washington DC Qubateef Ibsa Kenne ; Qulqullina Barnootaa Afaan Ingilizii Oromiyaa Keessaa
::| Keyword:       [Advance Search]
 
NAVIGATION  
  Oduu Oromoo
  Oduu G. Afriikaa
  Oduu Addunyaa
  Afaan Oromoo
 » Hibboo
 » Makmaaksa
 » sheekkoo
 » Seerlugaa Afaan Oromoo
  Aadaa Oromoo
  Buhaarsaa
  Joollee
  Marii
  Seenaa Oromoo
  Amantii
  interneet
  Viidiyoo
  Fayyaa
  Ispoortii
  Raaga qilleensaa
  ::| Newsletter
Your Name:
Your Email:
 
  ::| Hibboo
  More ++
  ::| Makmaaksa
  More ++
 
 
Afaan Oromoo
 
 
Guddinni Afaan Oromoo qaama qabsoo bilisummaa Oromooti
Monday, 07.19.2010, 09:55pm

Cimina qabsoo bilisummaa Oromootu (QBOtu) Afaan Oromoo guddisa moo guddina Afaan Oromootu QBO cimsa? Deebiin gaafii kanaa akka waayee fuula saantima (coin) tokkoo ti. Fuulli saantima tokkoos lama haa ta’u malee qaamni isaa tokko’uma. Afaan Oromoo fi QBOs akkuma waayee kanaa ti jechuu dha...

 

Fiixeensa: Kitaaba Afaan Oromoo haaraya magaalaa irra oole
Sunday, 07.11.2010, 03:54pm

Barreessaa kitaaba jaalatamaa fi dinqisiifatamaa MUDAAMMUDDII jedhamuu kan tahe Obbo Boruu Barraaqaa ammas kunoo kitaaba haaraa FIXEENSA jedhamu xumuree jabaa! nuun jedha. Kitaaba isaa yeroo sadaffaa kan tahe, FIXEENSA kana keessatti Obbo Boruun dubbii jajjabduu kaasa. Kitaabichi kitaaba asoosamaa haa tahu malee dhugaa siyaasaa Oromoo keessatti ija baasee mul’atu keessumattuu kan waggoota lamaan dabranii irratti kan hundaawe yoo tahu kitaaba kana barreessee fi gulaalee xumuruuf waggoota lama caalaa akka itti fudhate dubbata barreessichi...

Guddina Afaan Oromoof maaltu godhame, maaltu godhamaa jira, maaltu godhamuu qaba?
Sunday, 11.22.2009, 06:06pm
Galanni guddaan qabsaa'ota Oromoof haa ta'u, Afaan keenya cunqursa fi duula balleessaa diinni irratti godhaa ture keessaa ba'ee kunoo har'a sadarkaa kana irra jira. Akkuma Afaan biroo har’a Afaan keenyas qubee ittiin barreeffamu argatee addunyaa keessatt illee mul’achaa jira. ..
Walaloota Zalaalam Abarra
Thursday, 08.20.2009, 10:13am
Zalaalam Abarra’s sizable collection entitled simply Walaloota (Poems) is an uplifting encounter with high order poetry. The poems are in Oromo, a language that over its millennial existence in the Horn of Africa, has produced, and continues to produce, significant epic, heroic, ribald, elegiac, amorous and mystical poetry as well as rowdy limericks, rambunctious erotic couplets, and superbly bawdy quatrains. A re-awakening of the need for cultural and political differentiation has also given rise to verse devoted to promoting Oromo nationalism..
Sirneessa (standardise) barruu jechuun akkaataa afaan tokko itti barreeffamu kan warri afaan san dubbatu hundi irratti walii galu uumuu jechuu dha.
Wednesday, 02.11.2009, 01:34pm
Afaan tokko afaan hujii dhaa ti fi barnootaa hogguu tahu namni jecha hin beeyne tokko yo argu dikshinarii (dictionary) keessa laalee hiikkaa jecha sanii argachuu dha qaba. Yeroo jecha tokko dikshinarii keessa laaluu barbaadu bakka itti arkatu fi akkaataan hiikkaa jecha sanii itti dubbifatu hundi waan wal fakkaattu tahuu dha qaba. ..
Afaan Oromoo Afaan Teekinoolojii Gochuurratti
Friday, 01.30.2009, 02:55pm
Maxxansa biloogii kana keessatti, waggaa shanan darban keessa Afaan Oromoo Afaan saayinsiifi teekinoolojii gochuu keessatti pirojeekitiiwwan gurguddaa raawwatamaniifi hinrawwatamin irratti yaada kennuun fedha
Qubee as an instrument of Oromo struggle for self-determination
Tuesday, 07.29.2008, 01:02pm
Understanding what is meant by the "Qubee generation" is not complex. Simply,
the "Qubee Generation" is a new generation in the Oromo struggle that has came
into being since 1991 with the adaptation of Qubee, a Latin alphabet, as
 Oromo's writing script and thereafter...
  » Waanni dabree dabree waa hedduu irraa barree Kaleen hin deebituu


 
  ::| Events
September 2010  
Su Mo Tu We Th Fr Sa
      1 2 3 4
5 6 7 8 9 10 11
12 13 14 15 16 17 18
19 20 21 22 23 24 25
26 27 28 29 30    
 
::| Hot News
Guddinni Afaan Oromoo qaama qabsoo bilisummaa Oromooti
Fiixeensa: Kitaaba Afaan Oromoo haaraya magaalaa irra oole
Guddina Afaan Oromoof maaltu godhame, maaltu godhamaa jira, maaltu godhamuu qaba?
Walaloota Zalaalam Abarra
Sirneessa (standardise) barruu jechuun akkaataa afaan tokko itti barreeffamu kan warri afaan san dubbatu hundi irratti walii galu uumuu jechuu dha.
Waanni dabree dabree waa hedduu irraa barree Kaleen hin deebituu

BILISUMMAA NEWS EXPRESS
[Top Page]