Thursday, 09.09.2010, 08:14am (GMT)
  Home
  FAQ
  RSS
  Links
  Site Map
  Contact
 
Hamma (hanga) yaadni Itiyoophiyaa takka jedhu sammuu keessa jirutti walfaanummaa saboota walabaatiif yaaduun rakkisaa ta'a ; Social and Civil Rights Movement ; Q&A with Oromo youth leader and analyst Jawar Mohammed ; ' Sa'a Abbaan Gaafa Cabse Ollaan Ija Jaamsa' Oromummaa Keenya Dhugumatti Ni jaalannaa Laata? ; Gandummaa, Naanummaa, Amantii fi Oromummaa Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti
::| Keyword:       [Advance Search]
 
NAVIGATION  
  Oduu Oromoo
  Oduu G. Afriikaa
  Oduu Addunyaa
  Afaan Oromoo
  Aadaa Oromoo
  Buhaarsaa
  Joollee
  Marii
  Seenaa Oromoo
  Amantii
  interneet
  Viidiyoo
  Fayyaa
  Ispoortii
  Raaga qilleensaa
  ::| Poll
Gantoonni Qawwee gootowwan fii jaallan kaleessaa bilisummaaf lubbuu isaanii dabarsan kana fuudhaanii diinatti galuu saanii kanaaf kan itti gaafatamuu eenyu?
Garee Shanee ABO
Garee KYOJ ABO
Garee Qaaccaa
Tokkolleen ittin gaafataman
 
  ::| Newsletter
Your Name:
Your Email:
 
 
 
Oduu Oromoo
 
 
Hamma (hanga) yaadni Itiyoophiyaa takka jedhu sammuu keessa jirutti walfaanummaa saboota walabaatiif yaaduun rakkisaa ta'a
Tuesday, 09.07.2010, 11:12pm

Mata duree kanaan barruu kana akkan qopheessu kan godhan sababoonni gara garaa jiraatani illee, sababoota lamatu akkan yaada koo barreessu na kakaasan. Inni tokko marii raadiyoonii Addis Dimts jedhamurratti dhiyoo kana namoota sadiin godhamee turee dha. Kanas kanan arge fi dhaggeeffadhe gadaa.com irratti mata duree"Jawar, Abraha and Tamagna on the future of Ethiopia on Addis Dimts Radio"jedhuun ture. http://gadaa.com/oduu/?p=5442 Inni lammataa ammoo barruu Obboo Fayyis Oromiyaa mata duree"Can we welcome the Amhara nation to the club of the colonized nations in the Horn?" http://gadaa.com/oduu/?p=5436  jedhuun dhiyeesse dha...

 

Social and Civil Rights Movement
Tuesday, 09.07.2010, 11:08pm

Dear, online Bilisumaa resources consumers,

Last time we have seen about the role of integrity, trust and respect in leading and directing. We have also explored about the roles of leader and party briefly in context of public attitudes and its impact on the liberation movement. Today, I will talk about Fayyis Oromia recent article under heading of paradigm shift on Gadaa website. While I am discussing about his political view, I will focus on Phrases “Union of Autonomous Nation” in Ethiopia Empire in context of social justice movement.

Q&A with Oromo youth leader and analyst Jawar Mohammed
Monday, 09.06.2010, 01:07pm
Oromo-Ethioipan Political analyst and researcher Jawar Mohammed commented on the current hot topic surrounding recent statements made by the former OLF leader Leenco Lata. According to Leenco, different aspects of the Ethiopian society view the state in distinct ways. Some see the country as a unitary state, while others see it as a federal state and other communities see it as an empire (colonial) state. He said the basic precondition for electoral democracy does not exist in Ethiopia andit is impossible to have a successful election while many people of Ethiopia doubt the legitimacy of the Ethiopian state itself. Hebelieves there should be a national dialogue on the future of Ethiopian state to reach a compromise on a national constitution before elections occur...
Salaamtaa, barakaa Leeylatul qadriifii waayee zakaatal fixrii Dr. Sheek Muhammed Rashaad Abdullee
Saturday, 09.04.2010, 02:32pm
Eegan Rabbii faarsee Ergamaa isaa Muhammadirratti rahgmataafii nagaya buusee aalii isaatifii nama karaa gaari'iin isa jala deemerratti rahgmataafii nagaya buusee . Wannin je'u gargaarsa Rabiit keenyatiin bakka rashaad.org interneetii keessatti bannee jirra, wanni itti nu kaase akka ummanni Oromo'oo bakka kanarraa faaydaa beekkomsa adda addaa argatu'ufi . Wannin kajeelu ummanni Oromo'oo bakka jiran hundaa wal gargaaranii bakka rashaad.org tana jabeessu , anis gama kiyyaan waan beekkomsa taye karaa kanaan ummata kiyyaaf dabarsu'urraa haran baafadhu yoo Rabbi je'e ......
' Sa'a Abbaan Gaafa Cabse Ollaan Ija Jaamsa' Oromummaa Keenya Dhugumatti Ni jaalannaa Laata?
Thursday, 09.02.2010, 09:47am

Mata duree kana bifa gaaffiitiin kanin kaa'eef jaaladhee miti. Wantichaatu anumaafuu gaaffii tahe. Gaaffii deebii qabatamaa hin argatin. Barruu kana akkuman amma dura godhaa ture Ingliffaan qopheessuu yaadeen ture. Garuu sababa gurguddaa lamaafan Afaan Oromootiin barreessuu filadhe. Kan duraa, dhimmichi Afaan Oromoo waan ilaaluuf afaanuma abbaa dhimmichaatiin akka dhihaatun barbaade. Kan lammeessoo ammoo, barruun kun qeeqa Oromoon Oromoo qeequun kan guutame waan taheef alagaan akka fokkuu (qaanyii) keenya kana dubbisee nutti kolfu waanin hin barbaadneefi....

 

Gandummaa, Naanummaa, Amantii fi Oromummaa Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti
Tuesday, 08.31.2010, 09:38pm
Waayeen kun afran: gandummaa, naanummaa, amantii fi Oromummaan qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti gahee maal taphatu? Gaheen isaan taphatan hoo gaarii dha moo badaa dha? Kamtu gahee gaarii taphata, kamtu gahee badaa taphata? Kamtu qooda gaarii gumaacha, kamtu qooda badaa gumaacha?
Public and Politician
Sunday, 08.29.2010, 09:44pm

Does public trust or integrity matter? How politicians obtain and maintain the public trust, reputation and image? Why people trust leader or system? Let's analyze the Oromo politics in view of this questions and concepts.....

  » walii galan alaa galan
  » Dr. Birhaanuu Naggaa kan OSA irratti yaamnneef diinaa keenya xinneessinee fira heddommeeyfachuufi ture
  » Gareen QC ABOn Hawaasa Oromoo Washington DC Qubateef Ibsa Kenne
  » Qulqullina Barnootaa Afaan Ingilizii Oromiyaa Keessaa
  » Marii xumura hin qabne dha moo waan furmaata fi bu'aa fidu ta'ina laata?
  » Is the paradigm shift in Oromo struggle a shift of karaa or kaayyoo?
  » Irrelevant the OLF Maybe, the Struggle Is For Justice
  » Gambling: Meles Zenaw's New Foreign Policy Doctrine
  » Qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti hogganummaan dargaggootaa fi dubartootaa murteessaa dha
  » Love at first stride


 
  ::| Events
September 2010  
Su Mo Tu We Th Fr Sa
      1 2 3 4
5 6 7 8 9 10 11
12 13 14 15 16 17 18
19 20 21 22 23 24 25
26 27 28 29 30    
 
  News in Pictures

Waxabajii 26, 2010. Hiriirri nagayaa kan dura dhaabbannaa hirmaatinsa PM Males Zinaawii guyyaa kalee as magaalaa Toronto keessati geggeefame

::| Hot News
Hamma (hanga) yaadni Itiyoophiyaa takka jedhu sammuu keessa jirutti walfaanummaa saboota walabaatiif yaaduun rakkisaa ta'a
Social and Civil Rights Movement
Q&A with Oromo youth leader and analyst Jawar Mohammed
Salaamtaa, barakaa Leeylatul qadriifii waayee zakaatal fixrii Dr. Sheek Muhammed Rashaad Abdullee
' Sa'a Abbaan Gaafa Cabse Ollaan Ija Jaamsa' Oromummaa Keenya Dhugumatti Ni jaalannaa Laata?
Gandummaa, Naanummaa, Amantii fi Oromummaa Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti
Public and Politician
walii galan alaa galan
Dr. Birhaanuu Naggaa kan OSA irratti yaamnneef diinaa keenya xinneessinee fira heddommeeyfachuufi ture
Gareen QC ABOn Hawaasa Oromoo Washington DC Qubateef Ibsa Kenne

BILISUMMAA NEWS EXPRESS
[Top Page]