Thursday, 09.09.2010, 08:13am (GMT)
  Home
  FAQ
  RSS
  Links
  Site Map
  Contact
 
Hamma (hanga) yaadni Itiyoophiyaa takka jedhu sammuu keessa jirutti walfaanummaa saboota walabaatiif yaaduun rakkisaa ta'a ; Social and Civil Rights Movement ; Q&A with Oromo youth leader and analyst Jawar Mohammed ; ' Sa'a Abbaan Gaafa Cabse Ollaan Ija Jaamsa' Oromummaa Keenya Dhugumatti Ni jaalannaa Laata? ; Gandummaa, Naanummaa, Amantii fi Oromummaa Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti
::| Keyword:       [Advance Search]
 
NAVIGATION  
  Oduu Oromoo
  Oduu G. Afriikaa
  Oduu Addunyaa
  Afaan Oromoo
  Aadaa Oromoo
  Buhaarsaa
  Joollee
  Marii
  Seenaa Oromoo
  Amantii
  interneet
  Viidiyoo
  Fayyaa
  Ispoortii
  Raaga qilleensaa
  ::| Newsletter
Your Name:
Your Email:
 
 
 
Seenaa Oromoo
 
 
Contending Nationalisms - Interview with Prof. Asafa Jalata on His New Book ..by gadaa.com
Wednesday, 07.28.2010, 01:52am

Ethiopian nationalism of the Amhara and Tigrayan peoples has been used in creating and maintaining the Ethiopian Empire and in keeping the Oromo and others as colonial subjects. Oromummaa emerged and developed to challenge the Ethiopian state and change the subordinate position of the Oromo nation ..caqasi sagalee afaan inglizii.( barruu gaafiif deebisaa gadaa. com gubbaarraa argattu)

 

Why 'Christian Iceland Abyssinia' changed to Ethiopia?
Monday, 11.02.2009, 11:44pm
Huge confusion is going on for a century regarding the name and country of Abyssinia and Ethiopia-even among big time scholars. Recent revival of the name Abyssinia in one form or another makes the issue deserve clarification and further discussion. For example coming across businesses or political organization named after Abyssinia names like Abyssinia Bank....
Merry Irreechaa! Waaqayyoo Help Us To Have The Oromo Life!
Wednesday, 09.30.2009, 11:07pm
With this article, I want to say to my hitherto readers, including my criticizers, have a life of Ora-Oomo or life of Or-omo i.e life of Oromo aka life of resurrection which meanse life of a NEW beginning and success in the rest of your life journey. To comprehend what I do mean by Oromo life or by life of Ora-Omo, enjoy my short essay here!....
Today, one of the most humble and wise man in the Gada Liiban Jaldeessa, Hiddoo Galgaloo, is dead
Sunday, 05.31.2009, 12:21am
One of the three Abba Gadas, Jaldeessa Borbor, a very calm and soft-spoken councilor, was the second to depart from this world. He was killed few years after the famous Gumi Gayo Assembly was conducted, following a local tribal conflict. He was the Abba Gada for the Konnitu Assembly. Abba Gada Liiban Jaldeessa and Abba Gada Hiddoo Galgaloo were lucky enough to live up to the time when they had to handover authority to their successors. The handing over ceremony was a historic success..
Vaayrasii TPLF bara 20 dura ummata Oromoo itiin bituuf hundeessite kan fakkaata
Thursday, 05.28.2009, 12:02pm
Sirni habashaa dhufaa darbran, meeshaan guddaan inni ittin Oromoo bituuf fayyadamee keessa tokko, Oromoo Oromoon kolaashuudha. TPLF Harcaatuu waraana dargii waili qabdee riqichaa godhchuudhaan balabala Oromoo tana habashoonni asiin dura seenaa hin beekne hunda seentee ilmaan Oromoo akka hin taanetti boochisaa jirti. Dhaabiileen Oromoo keessumma inni guddaan (ABO) dhiiga ilmaan Oromoo keessa seenee danfaa ture....yeroo TPLF Oromoo bituuf toftaa kana qopheessitu maal godhaa ture? Isa dare kanarraa hoo maal bara? Guutuu Seenaa kanaa: Kutaa duraa Daawwadhu/Watch
Seenaa harka muraa aanoolee fi, Calanqoo Calii
Sunday, 05.24.2009, 08:56am
Ilmaan Oromoo eega gabrummaa jalatti kufee takku gabrummaa habashaa aamiin jedhee yeroo fudhtee itti taa'e hin turre. Akka seenaan dubbatutti, habashaan yeroo humnaa fii gootummaan Oromoota injifachuu dadhabe, toftaan inni baafte keessa tooko, isaanuma walirratti bobbaasuudha. Ragaa kanaa kanuma har'a Oromoon marti ijaan laalee arguu qofa bira dabree akka daawitiitti keessitti if arguudha. Gochaa suukanneessaa kaleessa habashaan/amaarsan ummata Oromoo irratti raawwata ture kan sammuu dhala namaaf booqannaa hin laaneedha. Seenaa dabrte ni dhgeenye malee ija teenyaan hin garre, garu Kan ar'a maqaa dimokraasiitiin warra garaa of dura buusanii raawwachaa jiran Oromoon taa'ee ragaa baha jirra. Gootaa fi gootittiin kaleessaa kan harka muran, ta harma muran, dhiigni isaanii akka galaanaa yaa'ee fii irbaata madaafaa fi allattii ta'an odoo walirraa hin dheessin, harka walqabatanii murtii guutuun seenaa boonsaa galmeessan, inni ar'ahoo?
Fayyu fayyee yoon gara akhiraa deeme, Hujii tiyya bakkaan naa gayaa!
Tuesday, 05.19.2009, 11:00pm
Kan yeroo ammaa dhukkubsataanii mana haakimatti argaman, Hayyuuf Sabboonaa Oromoo Dr. Sheek Muhammed Rashaad Abdullee, haalli amma keessatti argamu wayyaadha jedhu. Haala amma irraa jiruu fii dhaamsa isaanii kan bara 40 duraa..SRO Gaazeexeessaa fii kitaabeessaa Obboo Sa'id Mohamediin: guutuu isaa Caqasi/Listen 
  » Gocha Shanee Gumii (ShG) kan Haga Ar'aa hin Himamin
  » Qabsawaan Oromoo kan waggaa shantamaaf bosana mana godhatee ture, balaa konkolaataatin addunyaarraa gale
  »  Sirna Awwaalcha Wallisaa guddaa Toophiyaa Artist Xilaahun Gasseesee
  » Seenaa Gabaabaa Raggaasaa Jimmaa
  » Woman linked to Count de Lesseps is an Ethiopian Royalty
  » This is the story of Nuhamine Biqilaa, the former VOA, Afan Oromo Service Correspondent based in Addis Ababa, Ethiopia
  » Oromo fashion: three contemporary body art practices among Afran Qallo women
  » Yoo akkatti dhiiga Oromoon harka dhiqatte, barcumni kee jireenya kee guutu mirkanaawaadha
  » Seenaa Gabaabaa Gootiicha Jaal Lagasaa Wagii Meetta
  » Galmee seenaa Irraa: Dargaggeessi Oromoo tokko Afaan alagaa yeroo gabaabduu keessatti irra aanuun digrii duraatiin eeybifame jedhu.


 
  ::| Events
September 2010  
Su Mo Tu We Th Fr Sa
      1 2 3 4
5 6 7 8 9 10 11
12 13 14 15 16 17 18
19 20 21 22 23 24 25
26 27 28 29 30    
 
::| Hot News
Contending Nationalisms - Interview with Prof. Asafa Jalata on His New Book ..by gadaa.com
Why 'Christian Iceland Abyssinia' changed to Ethiopia?
Merry Irreechaa! Waaqayyoo Help Us To Have The Oromo Life!
Today, one of the most humble and wise man in the Gada Liiban Jaldeessa, Hiddoo Galgaloo, is dead
Vaayrasii TPLF bara 20 dura ummata Oromoo itiin bituuf hundeessite kan fakkaata
Seenaa harka muraa aanoolee fi, Calanqoo Calii
Fayyu fayyee yoon gara akhiraa deeme, Hujii tiyya bakkaan naa gayaa!
Gocha Shanee Gumii (ShG) kan Haga Ar'aa hin Himamin
Qabsawaan Oromoo kan waggaa shantamaaf bosana mana godhatee ture, balaa konkolaataatin addunyaarraa gale
Sirna Awwaalcha Wallisaa guddaa Toophiyaa Artist Xilaahun Gasseesee

BILISUMMAA NEWS EXPRESS
[Top Page]