Oduu Haaraya

Nuti “islaamummaas Oromummaas ol kaasuu barbaanna” Jechaa Lencoo Lataa bara 1992

Harras kunoo  afaanum kalessa dhadhaa  dibatee ittin Uummata Oromoo gowwomsee abdiddatti naqaa tureen  irra iyyuu darbee dirqama Wayyanee irra fudhateen mooraa QBO bakka sagalitti ciree Oromoo wal ficcisisuutti erga hanga tokko milkawee biooda harras dhumaatii biraaf oromoo qopeessuuf   Yohannisoota isaa warra  gara itti deemanii fi waan deemaniif hin beekne  hrkatti qabatee Booledhuma baheen  finfinnee seenera  Obbo Yohannis lataa
Mee namnni  harra Finfinnee dhaa Habashotaaf qommaha jiru kun waan inn kaleessa echaa ture dhageeffadhaa. Seenaan waan baayyee of harkaa qabaa .

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …