Oduu Haaraya

‪#‎OromoProtests‬ , Jawaar Mohamed: Sa’aa kanarraa kaasuun tarkaanfii lubbuu of baraarsuu kamiiyyuu fudhachuun barbaachisaadha!

Beeysisa: Mootummaan wayyaanee waadaa cabsuun ummata nagaan hiriira bahe irratti tarkaanfii haleellaa fudhatee jira. Sa’aa kanarraa kaasuun tarkaanfii lubbuu of baraarsuu kamiiyyuu fudhachuun barbaachisaadha. daandiin gurguddaan hundi akka cufaman, waajjiraaleen ajajni cunqursaa irraa dabru tarkaanfii fudhachuun barbaachisaadha!!

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …