Houston, Drusilla Dunjee (1876-1941)
“Isin tuffatamtanii, xiqqeeffamtanii ilaalamaakan turtan, warri Kush Itoophiyaa dhaamsawwan abbootiin keessan ol isiniif kaa‘aniin mataa ol qabadhaa,dhaggeeffadhaa, qoradhaas:Isin angafoota dhala namaa,warra qaroomina ammayyaa addunyaa badhaase taatanii utuu jirtanii, saamichi seenaa isin irratti raawwatame. Imaaltoonni fi hayyoonni dur durii qaroomina jalqabaa diriirsuu keessan ragaa bahaniiru. Ogummaawwan harkaa ajaa’ibsiisoo,siidaawwan addunyaan rajeffataa jirtu,omishawwan gurguddoo,seera,aadaa,jiruu fi jireenyaa fi xiin-yaadotaa addunyaa har’aaf galaa ta’an, abaabilee keessan warra KUSH tu arjoome.“ Drusilla Dunjee Houston-1926
(Hayyuu,Qorattuu, Barreessituu fi Gazexeessituu biyya -USA ) Kitaabashee -Wonderful Ethiopians of the ancient cushite empire-keessaa kan fuudhame
Pirezdaantii OSA: Wanti Jawaarirratti raawwatame shiraas, loogiis, yakkaas
At least 12 people die from hunger in drought ravaged Guji zone, says official; residents…
Keessummaa Kabajaa fi Waraqaa Qorannoo dhiyeessuun waladda
Umanni Oromoo garee waanyoo fii of tuultootaa jiddutti rakkachaa jira