Bilisummaa.com Oromia Shall Be Free. Dhimma Sabaa
Oduu Haaraya
spoonsara

Ameerikaan nama Ispoonsaran baqata gara biyya Ameerika fiduuf balbala bante

USA Welcome Corps Program Tibbana Ameerikaan sagantaa godaansaa / Immigration Program/ tokko ifoomsitee jirti. Sagantaan kunis baasii amma dura Mootummaan Ameerikaa baqatttoota simachuudhaaf baasu kan irraa hir’isuudha ~ Ummataaf yaadee osoo hin tahin rakkoo ofii salphisuudhaaf saganticha baafate! Akkaataa Sagantaa kanaatti namni Lammii Ameerikaa tahe yookin immoo kan waraqaa jireenyaa / Green Card/ qabu garee

Read More »
walloo

Witnesses say latest ethnic clashes in Ethiopia kill dozens

NAIROBI, Kenya — Witnesses allege that several dozen civilians and fighters have been killed in the latest clashes between Oromo and Amhara ethnic groups in central Ethiopia. The fighting erupted Saturday in Jewuha town in the Amhara region. One witness, like others speaking on condition of anonymity for fear of retaliation, told The Associated Press that fighters …

Read More »
sinoodoosii oromiyaa

“Waaqni fi Faranjiin Nama Jabaate Gargaaru” Kanuma jabaadha

“Karra hoolotaa isa Waaqayyo tikaaf isinitti kenne sana, giddiidhaan utuu hin ta’in, jaalalaan, akka Waaqayyo barbaadutti, bu’aa nama yeellaasisu irraa argachuuf utuu hin ta’in, of kennuudhaan egaa*! 1Phexiroos 5:2 Maqaa Abbaa Ilmaa Afuura Qulqulluu Waaqayyo tokko Ameen Ummata Kiristaanaa hundaaf hunda dursa Waaqayyo Abbaan Keenya yeroo kana eebbisee waan nuuf kenneef, eeggumsaafi tolummaa isaatin waan …

Read More »
Antony J. Blinken

Secretary Blinken’s Call with Ethiopian Prime Minister Ahmed

Secretary of State Antony J. Blinken spoke today with Ethiopian Prime Minister Abiy Ahmed regarding the significant progress to date on implementation of the November 2 Cessation of Hostilities Agreement, including the ongoing withdrawal of Eritrean troops from northern Ethiopia.  The Secretary welcomed this development, noting that it was key to securing a sustainable peace

Read More »