Qorannoon mata duree ‘‘XIINXALA QULQULLINA BARREEFFAMA AFAAN OROMOO” jedhu kun taajjabbiifi qeeqa magaalaa guddittii Oromiyaa Finfinnee marsanii jiran keessatti manneen daldalaa garaagaraa Qubee sirrii Afaan …
Read More »DIDAAFII GORSAA
” Durdur obboloota lamatu waliin turan jedhama. Inni tokko Gorsaafi kaan immoo Didaa jedhamuun waamamu. Gorsaan hangafa Didaati. Didaa caalaa beekkumsa nama qabu ture. Obboleewwan …
Read More »DUBBADHU FINFINNEE!
DUBBADHU FINFINNEE! Dubbadhu Finfinnee maaliif nu calliftaa? Ati tan eenyuuti sodaa maaliif ustaa? Dubbadhu har’aa yeroon ati dubbattuu Baaqaa fi callaa kan adda nuuf …
Read More »Callaa Carcar – wa’ee Sirna Gadaa fii Argaa Dhageettii
Keenya haro maaya gubbaa ganda qoree..
Galmee seenaa irraa: Walaloon kun jia’a 7. 2007 maxxanfame Keenya haro maaya gubbaa ganda qoree Jaalala tee hamtuu rabbumaat na rare. Carcar keessa …
Read More »JECHOOTA GAMNAA Kutaa 2ffaa
Amaan Tolaa Hamdaa Bitootessa 2014 Waa sadi arfiin qara: Dubbii gamnaa arfiin qara; lilmoo arfiin qara; eboo arfiin qara. *** Waa lama waa lama tolchite; …
Read More »LAFEE OROMOO CACCABSITEE NYAATAA?*
Wallisaa fi Hayyuu Callaa Carcar argaa dhageettii Sirna Gadaa Uummata Oromoo
Lammikoo gurra naaf ergisi
a Firehiwot Guluma Tezera 31-03-2014 Dhaamsa koo Lammikoo gurra naaf ergisi Obsaan callisaan na caqasi Sumaaf jedheetani dhagahi Dirqama lamummaa kee bahi Ani kunoo bahuuf …
Read More »