Mootii kabalamuu ? Tuni gaddaa miti Gammachuu fakkaattii Du’aa maqaa kaasuun Reeffa ciisa kutuun Ololaaf hin taatuu Maali maqaan isii Siyaasaaf sii toltii Mo bu’aa …
Read More »MAA DHUGAA ITTIN HIMNE?
Dhiiroo numa jiraa kan Juneeddii faarsu? Gaarii dalageen kan isa leellisu Hamtuu isaa dhooysee kan baala irrat cabsu Akkamitti taha dhugaa jirtu dhooysuu As …
Read More »Ofiif wal sakaallee
Ofiif wal sakaallee Jarri maal nu godhe. Luka wal gaadinee Harka xuupheysinee. Jacha sirnaaf seeraa gaafii eenyummadha. Mirga dhala namaa Gaafatu wal kunne Afaan wal …
Read More »Sirna Abbaa Gadaa
Joollee qacalee lammiin oomishatte
Booson Niitii Fafee
Seenaa koo kaleessaa Isinitti odeessaa Gurra naaf ergisaa! Filannoon koo lama Filachuun dirqama! Yaadannoo kaleessaa Seenatu odeessaa! Kaamoo mana bulkaa Boosoo mana curgaa Kaamon harka …
Read More »The Promised Land – Rasta settlers in Shashemane, Oromia
By Tom Freston Shashemane was made possible by a 1948 land grant that accommodated, for free, any Caribbean of African descent who wanted to “come home.” …
Read More »Si komadhe yaa gaaddiduu koo!
Saalfii fi komii hin beektuu Akka namaa of dandeessee hin deemtuu Maaliif na akkeessitaa yaa gaaddidduu? Yoon deemu nawajjin deemta Jooraa ooltee nawajjin galta Ofirraa …
Read More »Wallistuu Almaaz Tafarraa: Numaan fiiga malee halknii fii guyyaa 090113
Numaan fiiga malee halknii fii guyyaa, jiruu too moohadhee takkaa hin teenye caayaa yaa waaqa naa tolchi tanaafiin sitti iyyaa,,,
Read More »Bilisa Baafna Lammii
Bilisa Baafna Lammii Bilisa baafna lammii Alagaan nutti kaate falmii Alagaan nyaaphaa falmitullee Gantumaaf maaf hin gallee? Gantuus amma galaa jiraa Alagaan ari’ee ofirraa Maali …
Read More »