Gosoonni Oromoo kan Ilmaan bareentummaa tahan keessaa kan harargee keessa jiraatan ilmaan Humbannaa/Aniyyaati isaaniis ilmaan sadan Sadachaa Baabboo ,Malkaa fi Danbee jedhamuun yammu beekaman ilmaan …
Read More »Damee hortee oromo Ilmman Oromo lammii (2)
1,boraana 2 ,bareentu Booranni Ilmman.12 dhalee isaanis 1,wallagga 2,callabba 3,goree 4,goofaa 5,sidaamoo 6,arii 7,dacee 8,garrii 9,guraa 10,giriirraa 11,naayroobii.fii 12,gujii Bareentuun Ilmman 5,dhalee 1,xummuungaa 2,murawwa 3,karrayyuu …
Read More »Walaloo Goota Oromoo Aadam Dheeree Fulbaana 2017
Freemuse calls on Ethiopian authorities to drop charges against artists
Ethiopian authorities charged seven artists – musicians and dancers – with terrorism in late June 2017 for producing and uploading “inciting” political songs and videos, …
Read More »Jireenyi ilma namaa Hundi tokkoo laataa?
Inni kuun sooressaa Kaan immoo hiyyeessaa Tokko sammuun qaraa Inni kuun wallaalaa Kuun haqa barbaadaa Kaan dhugaa awwaalaa Miilli ta’ee mataa Mataan miila ta’aa Xiqqaan …
Read More »WALLIFTOONNI KEENYA IJA,AFAANII FI DAAWWITII KEENYA!
______________________ -Najiib Zannuun irraa Tattaaffiin walliftoonni Oromoo gama guddina afaanii,aartii fi qabsoo teenyaaf godhanii fii gochaaa jiran himamtee hin dhumtu. Dhugaa ummataa walleen alalaasuun dhibdee …
Read More »#Maqaa_BULCHIINSOTA_FINNFINNEE Weerara Nafxanyootaan dura..
::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::;;;;; Finfinneen qaama Oromiyaa akkuma taate hunda bulchinsa Oromiyaa jala turte. Ilmaan Oromoo weerara Minilikiin dura Finfinnee Bulchaa Turan kessaa akka fakkeenyaati: Caffee Tuulamaa : …
Read More »Sagantaa Waaree Aartii Yunivarsitii Haramaayaa, Barattoota mooraatiin haala kanaan gaggeeffame.
WMS students lend hands to Oromo Awareness Project
http://www.dglobe.com/news/education/4232841-wms-students-lend-hands-oromo-awareness-project WORTHINGTON — Worthington Middle School students came together Friday afternoon to make bracelets as a way to support the Oromo Awareness Project. The Oromo …
Read More »HAYILUU KITAABAA **NUU BIIYYII TEENYA OROMIYAA EESSATTI BEEYNAA TOOPHIYAA
https://youtu.be/TM8sFMIDji0
Read More »