Beekan Gulummaa Irranaa-Oromiyaarraa | Onkololeessa 22, 2013 Ija guyyaa dhabee halkan keessa soorasaa kan funaannataa bulu waraabessi bineensa ijatti hintolle ta’uusaa bineensonni biroon yeroo mara …
Read More »Oromia Tiyya Concert
Giimii Ukkaamame – Asoosama Gabaabaa
Beekan Gulummaa Irranaa-tiin, Yunivarsiitii Finfinneetti barataa PhD | Okonkoleessa 16, 2013 Kaleessarra har’a wayya laataa jennaan, kan durii ammarra wayyoome. ‘Jagni hin quufu jennaan, waraabessi nyaataa …
Read More »Raajii Jaalalaa
Zelealem Aberra Tesfa tiin Luucaan gaaddisashee cululuqaan gannaa Jaalalli irraa caamee, kan gubee xooxarse ergaramni bonaa Aggachuu dhadabee roorroo aduu banbanaa Akka waan afanii, dirrashee …
Read More »Ergaa
Waraabessi olla hin tuquu Garuu yo beelawe agabu hin buluu Caccabseeti nyaata lafe hin hanbisuu Namni olla isaa halkan ciise hin rafuu Hedduu ni yaaddawaa …
Read More »HAADHA TOO..
Heart touching mother poems by Ahmed Ali Oromia HAADHA TOO. Yaa haadha too gudee, Akkam siif ha tahu, Galanni kee guddaa Waa galchun dandahu, Himee …
Read More »Birra 50th anniversary tribute celebration 1963 – 2013 Toronto
The 50th anniversary tribute celebration 1963 – 2013 held in the city of Toronto this past weekend on September 7, 2013 has concluded with great …
Read More »Yeroo hundaa abbaan maasaa ganama ganama midhaan ilaaluu maasaa dhaqa….
Gamteessaa Sabaatin Amjaajjota Yeroo hundaa abbaan maasaa ganama ganama midhaan ilaaluu maasaa dhaqa. Hennaa ilaaluu midhaan kama nyaatame arga. “Maalumatu nyaata midhaan kiyya?” jedha kophaa …
Read More »Gulufi Mee Daaman
Boorri waa jab na taphsiisee Seenaan isaa garaa ana raase Garmaamaf isatu nu kaase. Boora naa jabaadhu Nyaapha injifadhu Tokkicha akka kumaa Inni oromiyaa tokkuma …
Read More »