Adeemsa hojii TBOJ fi haala qabsoo bilisummaa Oromoo irratti mariyachuuf koree hojii geggsituun gaafa Waxabajjii 22 (sanbata duraa) bara 2013 waaree boda saatii 14 :00tti magalaa …
Read More »Shaakala Afaan Oromoo kana itti of ilaali
Barumsa afaan Oromoo Shaakaluuf As Tuqaa Hubachiisaa!! jechoonni baruumsa kana keessatti itti gargaaramne garri tokko kan Taammanaa Bitimaa ti Kabajamtoota daawwattootaa fii dubbistoota marsaa kanaa …
Read More »OSFNA Closing Night Party
Yereefii bakka keessa baruuf suura gad qabaa!!
Read More »Bilisummaan ni arkata abbaan kha’ee falmmatu
Alaabaa nagayaa ipsituu biyyayyuu Jaalataan khee haa carraaqu guyyuu Kha’e gallaanni toowarraa laga hunddaa danqaree Nyamnyamiifi jawwisaan mooji garaani goree Dhiqee bareeche kharaa warri hamaan …
Read More »News – 10k Run for Jaaraa Abbaa Gadaa – Winnipeg, Manitoba, Canada
On Saturday, June1, 2013 Oromos in Winnipeg, Manitoba participated on 10Kr un for their hero Jaaraa Abbaa Gadaa. This is a yearly event Organized by …
Read More »Dr. Sheekh Mahammad Rashaad (Sheekha Yoomiyyuu hin irraanfatamne)
Wanni sabni ittiin beekkamu keessa tokko afaani. Kana hubachuun, diinni afaan Oromoo dhabamsiisuuf ijibbata gudda godhe. Ijibbaanni diinni godhaa ture, arra namatti mul’achuullee baatu yaroo …
Read More »Bilisummaa Bilisummaa Bilisummaa
Wabii jireenyaa gati namoomaa Bilisummaa ifttu ifttu ipsituu biyyayyuu Jaalatan khee haa carraaqu guyyuu Xurree sitti deemttu tarree irra dhaabbanna Kutaa tee xiqqoollee lubbuun jijjiirranna …
Read More »The 50th shame years of Africa Union celebration in Ireland
This week African Union (AU) celebrated its Golden Jubilee of what it calls the 50th years of achievement celebration under the headline of strengthening Pan-Africanism …
Read More »Sheekh Mahamd Rashaad Abdullee Rabbiin rahamata haa godhuuf nuufillee imaanaa sabrri jajjabuu nuuf haa khannu.
Ani Sh. Mahamd Rashaad akka khiyyatti akkaan isa laalutti khaznnaa Ilmmii Diinii dunyya, khaznnaa funuuna gurgguddaa, Deeraa ogooma waa heddu hanggan hin qabnnee. Library ulumaa’iin …
Read More »Innaa lillaahi wa innaa ilayhi Raaji’uun..
Du’a 3 aalimticha guddaa Haaji Zeeynuutiif jecha imimmaan keenyaahuu odoo hin qoorin Du’a sheekh Mohammed Rashaad lammada dhageenye.. Torbaan tokko keessatti Du’a Ulamaa gurguddoo lama …
Read More »