An dhiisee haasawa dhamaayyuu Osoo dhiifnee nu hunduu bar hayyuu Ittuma dhiisuu isiniif hin wayyuu? Kijibdee ammas olii gad dhayuu Bar kun afaanumaa bushaayuu!! Bushaayuu …
Read More »Qophii Harka Fuune, Artistii Gammachiis Bayyanaa
Anaaf Amansiisaan Qeerransa!
Aadaafi Aartiin Oromoo yeroo ammaa maalirra jira, garamittis arreedaa jira? Guddina amma irra ga’eef artistoota keenya gameeyyii kan akka Alii Birraafi Admaasuu (Abbaa Lataa) fa’aa …
Read More »#OromoProtests Walaloo Sodaa Injifadhaa!
DAFFAQOO BOQQOOLLOO
Jiruun fiddee raajii Taa’uun waa ta’aa hujii Taatee argee jalloo Daffaqoo boqqoolloo. Jilbiiffadhee kunoo daffaqaa Duubaa afotti jedhee qaaqaa Yoom jiruu tana haqaa? Kan …
Read More »“Bara jawween nama liqimsee Lootuun afaan namatti banti!”
Walaloo Gamteessaa Sabaa OBBOLEESSOO RAAJI BAASAA!! Jedhuu jaaarsonni Woyta mammaakani! Jawweenuu waa na liqimsee Maaltu lootuu afaan bansiise Miila afaan kaawwatee sanaa ol dabarsee Haganumatti …
Read More »#OromoProtests :- Hayiluu Kitaabaa “Qeeroon Jabaanee Si Eegna” New Oromo Music 2016
CAACCUUN KALLACHAA BAR JABAA
Malkatoo malkata qabaa Raajii waan ajabaa Caaccuun kallachaa bar jabaa Inni maalif gadi of qabaa? Garuu garoo……………………… Si’a kana maali kan muguu Inni of …
Read More »