√ Jajjabeewwan kan koo Qeerroon Oromiyaa Qabsoo finiinsanii bahaa hammma dhiyaa Barataaf barattuu joolleen ilmaan aayyaa Bakka jiran maraa magaalaaf baadiyyaa .. Dhaamsa dabarsanii walitti …
Read More »WALIIN MEE MARIYADHAA
QINDEESSAA MUZIIQAA; IBRAAHIM_SAID MOOTUMMAA WAYYAANEETIIN RAKKOO IRRA JIRA:
#Oromoprotests, Amajjii, 2016 (‘Share’ godhuun dabarsuun deeggarsa oromummaati) Maqaan isaa Ibraahim Sa’iid jedhama. Qindeessaa muziiqaati. Namni oromoo tahe baayyeen kan hin beekne waan jiru …
Read More »Sirbaa har’waa kanaa yadannon isaa Uummataa bellaan rakkaachaa jiraaniif dha kan sirbamee!
Soddaa tokko male Rakkoo ummanii keenyaa qabaan ibsaa jirachuun isaanii baay’ee namaa bonssuu haa ta’uu garuu ergaa cimaa nuf dabrsuu isaanif imoo galata guddaa Ummataa …
Read More »Seenaa gabaabaa waayee wallisaa Usmaayyoo Muussaa
Gaafiif deebisaa intala Usmaayyoo Muussaa Sadaasa 16 2006 Bara 1967 Magaalaa Haramayaatti Dhalate.Ijoollee Afran qalloo kanneen akka Abdi Qophee,Kadir Said,Adam Harun,Haloo Daawwee waliin ta’uudhaanis qooqa …
Read More »WELLISAA FALMATAA ROORROO.. MAAL IRRA JIRA LAATA?
Isinitti dheeratuus barruun kun yeroo keessan irraa daqiiqaa 10 wareegaa hanga xumuraa obsa Oromummaatiin dubbisaa! Ashamaa! Isin haa gahu nageenyi koo kan onnee oromummaa, …
Read More »ODUU GAMMACHIISAA, JAALATTOOTA AARTII OROMOO MARAAF:
Kabajamtoota ilmaan oromoofi jaalattoota aartii afaan oromoo maraaf; akkuma beekkamu filmiin hawwii guddaan eeggachaa turtan filmiin IMIMMAAN BAQATAA, kan haala ajaa’ibaan ijoollee oromoo keniyaa …
Read More »Abbaanis guddisa ijoollee keessaa qooda qaba
VOA Aadaa dhumaan ijoollee guddisuun ga’ee harmoolii ti, garuu Qorannaan hawaasaa kan jabanaA akka jedhutti guddina ijoollee keessatti qoodi abbaan qabaatus barbaachisaa dha. Ijoolleen abbaan …
Read More »Ilillii International Hotel!!!
Torbee kana Akka Addunyaatti Hoteelonni Addunyaa kanarra jiran wal dorgomanii Sadarkaa 5Star(Five Star) yookaan kanneen Akka Addunyaatti Keessumoota Ol’aanoo Simachuuf Humna qaban ykn Hoteelota Adda …
Read More »“SAY NO” MURTII SHIRAA
Nuti hin dhageenyu dubbii jara sanaa Lafa teenyaaf lubbuu teenya laannaa Isinis nu fixxan, nutis numa dhumna Mirga keenya sirritti kabachiifanna Haqa keenya irratti wareegamna. …
Read More »