Nuti hin dhageenyu dubbii jara sanaa Lafa teenyaaf lubbuu teenya laannaa Isinis nu fixxan, nutis numa dhumna Mirga keenya sirritti kabachiifanna Haqa keenya irratti wareegamna. …
Read More »NUUF BAHI YAA BIIFTUU!
Yaa biiftuu yaa ifa ummataa Dukkana maaf tahe Carraan Oromootaa? Ifnikee hangahee Bakkayyuu wal gahee Namayyuuf bahee Addunyaa naannahee Nutti maaltu tahee? Ifnikee garayyuu hangayaa …
Read More »Oromo TV: BBC Afaan Oromoo
https://youtu.be/__xREN7sK1w
Read More »Diraamaa Dambalii Kutaa 10ffaa
KANAA BEKTUU LATAA. LAKKOFSAA CALENDARA OROMOO LAKAWATUU KAN HABASHATIIN ADDA TA’UU INNIS KANA FAKATAA WALII SHARII GODHA
DIRE DAWA GLOBAL NETWORK THIRD ANNUAL CONFERENCE AUG 2,2015 PART ONE
Of ta’e akkaan jiraadhu abbaa koon na gorse
SILGAANAN GUDADHE ———————————– ganama irraa kaaseen sirriin of hubaadhe Enyummaa koo baruuf maati koo gaafadhe Ammaan yoon egaale itti gaafatamumma fudhe Sirrin daba hin qabuu …
Read More »Filmii Afaan oromoo qoree bultii!!
Aartii Afaan Oromoo Guddisuuf gummaacha keenya haa baanu!!! Yaada qofa kannachuun guddina Aartiitiif humaa hin godhu. Tanaaf gahee gama keenyaa bakka jirruu bahaachuun dirqama lammummaa …
Read More »