Afran Qallo Collage history
https://youtu.be/3chHsnLyukc
Read More »Eebba diraama danbalii Handhuura oromiyati galma giddu gala Aadaa Oromoo keessati bifa bareeda ta’een Eebbifame jira
S I I F S I I N—Barruu Oromiyaa keessa caf’ jedhee guute….
Bu’aa Ba’ii Maraa Dabarsinee kunoo SIIFSIIN jildii 7ffaa saba Oromoon geenyee jirra. Dabalataanis, Jildii 8ffaa hojjennee xumuruurratti argamna. Qabiyyeewwan utubaa sadii gurguddoo jalatti kan …
Read More »Eebba Diraamaa Dambalii karaa TV OBS dhihaachuuf qophiirra jiru
Father’s journey puts children first
Jamal Abdullahi, an Oromo janitor who never stopped pursuing an education, cleans the floors at Wilson Magnet High School in Rochester, New York, where his …
Read More »Dhageessanii?? Aaga Dhaga’aa!!!
Seenaa Abdissa Aartiistota Ciccimoo fi babbeekamoo ta’an hedduu of keessatti hammachuu dhaan Sadarkaa Aartiin uummata Oromoo irra ga’e jiru agarsiisuuf kan Jedhu Diraamaan “Dambalii” qophii …
Read More »Waamicha Lammii Oromiyaa (Oromiyaa National Association)
Yeroo ammaa kana Biyyi keenya badaa, Uummanni keenya dhumaa jira. Haalli Biyyi fii Uummanni keenya itti jiru, ennaa lammiin iddumaa jiruu owaatuu fii birmachuu qabu …
Read More »Dubbatan dhugaa dubbachuu Maali Aangodhaaf wal nyaachuun ?
Wallisaa Abdi Fadiis . Cairo Arab Al-Maa’adii Egypt . Waxabajjii 13/2015
Read More »Wallee Haaraa Dhiyeenya kana Dargaggoo Amansiisaa Ifaatiin Qindaa’ee Weellisaa Hacaaluu Hundeessaatiin haala Ajaayibaa ta’een Weellifame irratti Yaada Kiyya.
Akkuma Baayyeen keenya dhageenye Walleen Kun kan xiyyeeffate Oromoo Magaalaa Finfinneetti marsanii turan Maatii Warra Galaan ykn Qomoo Warra Galaan irratti dha.Maatii Warra Galaan …
Read More »