Oduu Haaraya

Afaan Oromootiin maqaalee ji’annii kana beeyta? Yoo hin beekne kunoo shaakali

Maqaalee Ji’oota takkaa baatiilee Afaan Oromootiin meeqa keenyaatu beeka?
Keessumattuu joolleen Oromoo ta Oromiyaa Alatti dhalatan maqaan ji’ootaa hafeetuu
kan Afaan ofiituu hin beeyne lakkooysa akka hin qabne dhugaa hunda keeyyaaf ifa jiru…
rakkoo kana irra aanuuf barannee wal barsiisuun dirqama ilmaan Oromoo hundaati…
kanaaf bilisummaa.com, bilisummaa.info baruumsa Afaan Oromoo bifa ammayyatiin
mimmidhagsee waan beeku barsiisuuf hidhatee jira…..kutaa baruumsa shaakala ar’a kana keessatti
maqaalee ji’oota bifa shaakalaatiin qabatee dhihaatee jiraa irraa fayyadami…. Shaakaluuf As Tuqaa

 

Check Also

usmaayyoo muussaa

Yaadannoo artist Usmaayyoo Muussaa

Sagantaan yaadannoo Artist Usmaayyoo Muussaa magaalaa Finfinnee Hoteela ILILI INTERNATIONAL tti torbaan dhufu ni qophaawa. …