Seenaa Abdissa Waan jedhantu nama dhiba yaa Lammii!!! Eebba Diraamaa Dambalii karaa TV OBS dhaan dhiyaachuu dhaaf jedhu eebbisiisuuf Ganama Adaamaa irraa ka’een Finfinneetti qaxxise.Yeroon …
Read More »”AAGA DHAGAHAA…BAGA GAMMADDAN…ANAA DHUFU…!!”
”MARII MARAATTUU”jedhee kitaaba sammuu namaa gingilchee dhimma keenya kan itti jirru sana gadi fageenyaan nuyaachisu nuuf barreesse. Namni kun Gaazexeessaa, Muhaammad Nuuraa Abdoo jedhama; …
Read More »OROMOO KARRAYYUU KEESSAA WAA AS NUTTI BA’E!!!
Diinnii Maal Balleesse?!
Badii maalii qaba diinni? Nutu karra saaqeef, balabala banee olgalche. As taa’i jennee teessoorraa kaaneef. Cooma murree afanitti gurshine. Itittuu habuuqqachiifne. Qe’ee bal’aa itti agarsiifne. …
Read More »Afoola Oromoo: Hibboo fii makmaaksa (kutaa Sadaffaa 300)
MANDAROOTA FI MAGAALAAWWAN OROMIYAA – OROMIAN TOWNS AND CITIES: Kutaa Afraffaa
Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffa kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, baga nagaa fi nageenyaan naaf turtanii kutaa afraffaa kana duukaa-buu’uuf dhuftani! Akkuma isin amma …
Read More »FILUUN BOORTAAN TAATU!
Najiib Zannuun irraa Filuun boortaa mitii Dabbasaan tan abbaatii Feetu gudureeysuun, Feetu goofareeysuun, Murtiin mataa keeti. Tan sabaatii mitii Kanniisa hin filadhu! Isas hin jaaladhu! …
Read More »MANDAROOTA FI MAGAALAAWWAN OROMIYAA – OROMIAN TOWNS AND CITIES: Kutaa Sadaffaa
Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffa kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, baga nagaa fi nageenyaan naaf turtanii kutaa sadaffaa …
Read More »Prof. Asafaa Tafarraa Dibaabaa baga gammadde/baga gammanne..
Prof. Asafaa Tafarraa Dibaabaati! Dhaloonnisaa Macca. Barreessa kitaabota hedduuti. Maatii qotee bulaa keessatti dhalatee guddate. Hayyuu kanarraa gadi taa’ee baradheen beeka.Qabsoo barataan Oromoo kamuu dabarsu …
Read More »Kun munaafiqa
Gammachuun fagaatte Gaddaan bakka buutee Lubbuun miskiinnani Yakka malee dhumtee Badii hin hojjannee Du’aan adabamtee Harmee tee ilaaltee Garaan si dadhabee Abshiir!siif dabarsaa Jettee biyyaa …
Read More »