Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Mee kunoo harra irraa jalqabeen mataduree “KORBOO SHEEKKOTAA”, jedhamu kana jalatti sheekkota gaggabaaboo (“short stories“) tan addaddaa isinii dhiyeessuuf yaala. Egaa kunis …
Read More »Afaan Hamii Bare Utubaatti hasaasa !
Afaan Hamii Bare Utubaatti hasaasa ! Namichi Guyyaa Bofa arge halkan Gaaddidduu isaa dheesse! Waan Dabruuf maqaa hin dabarre hin fuudhan ! Hin barihu Seetee …
Read More »Afaan’s” Afan Oromo Revolution Has Begun – Aad. Toltu Tufa’s Dream to Revitalize Afan Oromo Launched in Melbourne on Nov. 3, 2013
The following is a press release from Afaan Publications. The clip shows the highlights from the Nov. 3, 2013, Melbourne launch of Afaan’s …
Read More »WARAABESSA LEENCOME – ASOOSAMA GABAABAA WARAABESSA LEENCOME!
Beekan Gulummaa Irranaa-Oromiyaarraa | Onkololeessa 22, 2013 Ija guyyaa dhabee halkan keessa soorasaa kan funaannataa bulu waraabessi bineensa ijatti hintolle ta’uusaa bineensonni biroon yeroo mara …
Read More »NU FURI YAA RABBI!
Gahe nuun ja’i yaa Rabbi! dadhabanne ammaa Waggaa meeqa guutuu oliif gadi deemaa Jiraachuu dadhabne jiruu baqattummaa Gooytaa nurraa guuti amriin tan teetumaa. Mana keenya …
Read More »Raajii Jaalalaa
Zelealem Aberra Tesfa tiin Luucaan gaaddisashee cululuqaan gannaa Jaalalli irraa caamee, kan gubee xooxarse ergaramni bonaa Aggachuu dhadabee roorroo aduu banbanaa Akka waan afanii, dirrashee …
Read More »Ergaa
Waraabessi olla hin tuquu Garuu yo beelawe agabu hin buluu Caccabseeti nyaata lafe hin hanbisuu Namni olla isaa halkan ciise hin rafuu Hedduu ni yaaddawaa …
Read More »Yeroo hundaa abbaan maasaa ganama ganama midhaan ilaaluu maasaa dhaqa….
Gamteessaa Sabaatin Amjaajjota Yeroo hundaa abbaan maasaa ganama ganama midhaan ilaaluu maasaa dhaqa. Hennaa ilaaluu midhaan kama nyaatame arga. “Maalumatu nyaata midhaan kiyya?” jedha kophaa …
Read More »Silaa numan seeqaa garaat na dadhabee Akka fedha kiyyaan hundumaahuu dhabe..
Silaa numan seeqaa garaat na dadhabee Akka fedha kiyyaan hundumaahuu dhabe Dhiitee naaf bariitu guyyuu hiraarumaa Kalees booyaan turee har’as akkasuma Walirraa hin cittuu guyyuu …
Read More »Mirga Qabduu Filadhaa
Mirga qabduu filadhaa Gamtaan ta’aa mormadhaa Jennaanuma lafaa kaane Saba keennaaf falmine Soba turraan shakkamne Hidhaattis darbamne Kaan hiitee hidhatti darartaa Kuun biyyaa siif baqataa …
Read More »