GAMMACHIISAAS Qabna! Hawaasni keenya biyya keessaa alaa Dhamaatii ijoollee keenyaatiin #Milkoofne jechuudhaan Miirri Gammachuu torbaan lamaaf walitti fufeera.Kun Bu’aa keessan BAGA GAMMADDAN!Kanumarraa ka’uudhaan Hayyoota Afaanii …
Read More »Ijoollee too yaa tiruu
Ijoollee too yaa tiruu
Read More »NAFXANYAAN GORFAMTEE
Taammanaa Bitimaa irraa Nafxanyaan marfamtee Nafxanyaan gorfamtee Gidiraa saanitiin gonfamtee Harka siif laate nyaattee Qeerroo fi qarree dhaante! Yaa Waaq namtichi kun mee maraatee Harka …
Read More »JECHOOTA GAMNAA
Amaan Tolaa Hamdaa irraa Amajjii 2020GC NA QUUNNAMUU YOO BARBAADDAN Amaan Tolaa Hamdaa Ethiopia, Oromiya; Arsi Asella!! Mobile 251-933630919 ——————————————– Email Address amantolla86@yahoo.com amanatoll90@gmail.com ———————————————- …
Read More »Kiyyaa Aawwadaay:Jaarsummaa Araraaf
Kiyyaa Aweday Heloo yaa Gooftoolee Yaa Warra Maqalee, Ana Abiyyii bilbilee Jala deemtuu Jalee Kan Ergattan Kalee, Ana Xawalwaallèe Afaan na Cancalee Isintu Na Leenjise …
Read More »Afaan Oromoo afaan hojii federaalaa ta’eera, ililchaa gammadaa” jedhan…
Leta Kenei Aga – Ji’oota muraasa dura,”Afaan Oromoo afaan hojii federaalaa ta’eera, ililchaa gammadaa” jedhan. “Maaliif teessu dibbee reebaa, xurumbaa afuufaa” jedhan. Tole jennee ililchinee …
Read More »kijibni Doktor Abiyoot odoo oolee hin bullee miidiyuma saatiin jalaa baha
https://www.facebook.com/Jawarmd/videos/10105223912808653/?t=133
Read More »Afaan Oromoo afaan hojii federaalaa hin taane: Xiinxala seeraa
( Ogeessa irraa kan naaf ergame) A. Manni maree ministeerotaa har’a imaammata afaanii irratti marii’atee raggaasise. Wanti ragga’e wixinee seeraatii miti. Wanti ragga’e wixinee fooyya’insa …
Read More »OMN:Sirna Eebbaa fi Saaqiinsaa FIB (Amajji 26, 2020)
https://www.facebook.com/OromiaMedia/videos/201614764219076/?t=479
Read More »Kitaaba Raammisoo sagaleen..
https://www.facebook.com/abbaa.urjii/videos/2643718592314313/?t=2 Warra RAAMMISOO dubbisuuf dharraataniif hamma kitaabichaan walitti baatanuu, waraabbii sagalee kutaa 1-rraa hamma 7-aa, heera malee sa’aa lamaa, gabaa! Ittiin booharaa. Warri maxxansaa lamadaa …
Read More »