Keessumaa biyya Alagaatti alagaa fuudhanii irraa dhalanii daa’ima ofii afaanii fii aadaa ofii barsiisuu jechuun sabboonummaa fii cichummaa gaafata. Keessuma dhalli Oromoo Ka abbaa …
Read More »MURNA AFANFAAJJII
Sab-boonaa-sab-boontuu, kan dubraa-dardaraa Manguddoo Oromoo, hawwanii fi dhiiraa Mee yaadhaa dhiroo seenaa bara dheeraa Hangudaay gabbataan lafa daabbaa mayraa Waan kale nu goote, manguddoon …
Read More »Hogbarruun Afaan Oromoo sadarkaa maaliirra jira?
Abdii Boruutiin Har’a dhimmi Oromoo kamiiyyuu, seenaas ta’ee aadaan; Afaanis ta’ee wanti biraa dhimma siyaasaa ti yoon jedhe waanan dogoggore natti …
Read More »Uummata miliyoona afurtamaa ol ta’u keessaa, kumni shan (5000) dhabamuun qaanii guddaa mitii?
Abdii Boruutiin Barruu gabaabaa kana akkan dhiyeessu kan na taasise, rakkoolee uummata Oromoo ilaalchisee, waayee Waldaa Dargaggoota Oromoo Addunyaatiin (WDOAn) mata dure …
Read More »Qubeen Afaan Oromoo mallattoo bilisummaa ti, dhalootni qubee ammoo abdii egeree ti
Abdii Boruutiin Waggoota afurtama dura, yeroo Afaan Oromoo raadiyoonii cabsa jedhanii dubbatan sana, Afaan keenya haala sana keessaa bahee, sadarkaa har’aa …
Read More »Afaan Oromoo dur hacuuccaa diinaatu duubatti isa hanbise, har’a hoo maaltu duubatti isa hanbisa?
Abdii Boruutiin Akkuma beekamu, Afaan Oromoo bar-dhibbee tokkoo ol hacuuccaa ykn cunqursa diinaa jala waan tureef; akkasumas otuu ittiin hin barreessamin …
Read More »Guddina Afaan Oromoof maaltu godhame, maaltu godhamaa jira, maaltu godhamuu qaba?
Afaan Oromoo Afaan ittiin dubbatamu malee Afaan ittiin barreeffame akka hinturin hundi keenyaa kanuma beeknu fi kan seenaan illee agarsiisu dha. Galanni guddaan qabsaa’ota …
Read More »Daldaaltota dhiigaa
Tuesday, 03.26.2013, 04:39am (GMT) daldaaltota dhiigaa Bitamee gurguramee Qarshitti gedderamee Dhigatu daldalammaa Bu\’aatu irraa argamaa Bara dhigni qaala\’e Gabaatu dhigaa ta\’e Namni dhiga baatee …
Read More »Afaan Oromoo
Afaan Oromoo Afaan Oromoo Afaanni Oromoo afaan Oromiyaa , Somaliyaa, Kenyaa, fi Biyyoota Gaanfa Afrikaa biroo keessatti baroota kumaatamaaf ballinaan dubbatama . Afaan Oromoo Oromiyaa keessatti …
Read More »The Role of Revolutionary Oromo Artists in Building Oromumma
The Role of Revolutionary Oromo Artists in Building Oromumma: The Case of Usmayyoo Musa and Ebissa Addunya K. Jalata Across this planet, people have used …
Read More »