Barreessaan : Abonketi Fayissa =========================================== Oromiyaa keessatti sababa qulqullinni barnootaa kufeef, barattootni sadarkaa tokkoffaa Afaan Oromoo dubbisuu fi barreessuu dadhaban; kanaaf immoo furmaatni barbaachisaan …
Read More »#ABCDeebisaa Jijjiirraa tartiiba qubee ilaalchisanii #Mormii Hayyoota Oromoo
Dr. Eshete Gemeda Afaan saba tokkoo mallattoo saba sanii qofa osoo hin ta’in, jireenya fi eenyummaan isaatiifis hundeedha. Aaadaan, dhuudhaan, sabboonummaanii fi ofitti-amanuun afaaniin …
Read More »Afaan Oromoo Fii OPDO
Waxabajjii 06, 2017 Akkuma ummata isaatti afaan Oromoo tiis afaan guddaa dha. Afaan kuni, afaanota alarraa dhufan, jachuun, warra maddi isaanii Afrikaa-rraa ala tahan …
Read More »Akka qopheessaan tartiiba qubee jijjiiramee Nagaasaa Hundee jedhamu jedhutti, sababni qubeen ‘L’ dura buufameef, ulaagaalee armaan gadii kana waan guuteefi jedha.
Ferhan Abdulselam 1- Barreessuudhaaf kan salphaa ta’e 2- Sagaleessuudhaaf kan salphaa ta’e 3- Irra deddeebi’ee kan dhufu Akkuma isaan jedhanittuu yoo deemne, qubeen ‘A’ …
Read More »Marii Aggaammii Qubee Afaan Oromoo Balleessu godhamaa jiru irratti tuuta GAOP 2017
Qubeen Afaan Oromoo qabsoo cimaafi wareegama qaqqaaliin as geesse. Laaftutti L jedhanii lallaaquun hin taatu.
Mee seenaa dhufaatii Qubee irratti barruu hayyuun Seerlugaa Dr Abdulsamad Mohammed bara 2013 barreessan tana laalaa. Barruun tun gafa Dr Shek Muhmmadrashaad Abdullee gara fuula …
Read More »OMN: Jijjiiramuu Tartiiba Qubee Afaan Oromoo Ilaalchisee Dr. Abdusamd Mohammed waliin..
OPDOn Tartiiba Qubee Afaan Oromoo A B C D….Z Ture Jijjirte!
Baarentuu Gadaa Irraa// Biiroon Barnoota OPDO Oromiyaa keessatti tartiiba qubee Afaan Oromoo A B C E F….Z ture jijjirudhaan tartiiba haaraa L irraa eegalu uumee …
Read More »Baasa baranaa: “Qubeen afaan Oromoo Lrraa eeguu qabdi jedhu”
Jawaar Mohameed Gaafa barnoonni qubee Afaan Oromoo A irraa dhiisee L irraa eegaluufi jedhamu qoosaan se’ee ture. Jijjiirama guddaa akkanaa kanaaf sababa kan jedhame qorannoo …
Read More »Qabsoo afaan Oromoo qaroomsuu (bara 1881 – 1991)
Diinni (motummaan Habashaa) kallatiin sanyii uummata Oromoo lafa irraa duguuguuf milkaawu yeroo hanqateetti tarsiimoo afaan, aadaa, fi seenaa Oromoo ittiin dhabamsisu baafatee sochowe. Angoo waranaa …
Read More »