Jawaar Mohameed Gaafa barnoonni qubee Afaan Oromoo A irraa dhiisee L irraa eegaluufi jedhamu qoosaan se’ee ture. Jijjiirama guddaa akkanaa kanaaf sababa kan jedhame qorannoo …
Read More »Qabsoo afaan Oromoo qaroomsuu (bara 1881 – 1991)
Kan ifni kessanuu akkanaa dukkanti teessan akkamumaa?
Kan ifni kessanuu akkanaa dukkanti teessan akkamumaa? Beekaan keessan kunoo kanaa Barnoonni isaa hangasumaa? Ifni keessanuu cillimii Tan dukkanaa waan himanii Hayyuun himtan kanumaa mii? …
Read More »Harmeen iyyitee ; jajjabee iyyaafattee
Teenyee hin ilaalluu; ka’I hin lollaa aabbee Dur yeroo abbaan koo qabu mootummaa Yeroo gadaan bulluu ; isa hundee dimokraasii Lammiin koo quufee ormaaf …
Read More »QUBEE OROMOO FI DIINOTA ISAA
Taammanaa Bitimaa irraa Qubeen Oromoo kun erga waggaalee 25 dura, bara 1991 keessa: hayyuuwwan, beektonni, dureewwanii, roogeyyii fi jajjabeewwan Oromoo dira sonaan guddicha wiirtuu …
Read More »JECHOOTA GAMNAA KUTAA 10FFAA
Bakkisuuf baktii Callisuuf dhaltii Mala saree dhaltee diddee barbaadaa? Mala saree ollaa Tan nama taate faallaa *** Summii itti godhan ima nyaattii Nabseen illee waa …
Read More »NU HAA BARAARU!!!!
Nu haa baraaru; Jedhee jechisiisaa Godhee goosisaa Kan afaan hammaatu Kan mataa jabaatu Hamiinis kan nama nyaatu!! Nu haa baraaru Nyaapha gargaaruu Fira ammoo …
Read More »QOOSAA:- ADDA DURUMMAA DUREESSA TOKKOO
QOOSAA:- ADDA DURUMMAA DUREESSA TOKKOO Akkuma beekamu biyyoota guddatan fkn USA keessatti namoota qofaaf osoo hin taane beeyladoota akka fardaafis kunuunsi addaa ni godhama. Fkn …
Read More »JECHOOTA GAMNAA KUTAA 10FFAA
Bakkisuuf baktii Callisuuf dhaltii Mala saree dhaltee diddee barbaadaa? *** Summii itti godhan ima nyaattii Nabseen illee waa boqattii Irraa kaasan ni kaattii Mala saree …
Read More »JECHOOTA GAMNAA KUTAA 9FFAA
DUBBII FI ABBAA DUBBII EESSA JALAA HOFFOLAN? Abbaan dubbii nu rakkisee maal nuuf eayya? Dhiyaa barii dubbimaan nutti deema. Dubbii isaa dhangaggaayaa sobaa …
Read More »