Gamteessaa Sabaatiin JECHOOTA GAMNAA KUTAA 8FFAA Waa Shan Booda Waa Shan Jirti Qabeenyaa heddu kuufame booda hanni jirti Rakkoo booda baldhoon jirti Carraaqqii booda …
Read More »Grand Afaan Oromoo Project: Jabaannee jabaadhaa !
Dhaamsa Nugusa Boqachuuf Qophaayee
Bara wayii keessa biyya wayii keessatti nugusa waytu ture. Innis ummata isaa hacuucuun beekamaa ture. Yeroo bulchiinsa isaa ummanni isaa hedduu hedduu dararame; nugusichi cunqursaa …
Read More »KANA KAN ISINII ERGE GAMTEESSAA SABAATI!!!!!!!!!!!!!!
HIN HAMADHU HIN HAMACHIISU Dureessaa fooqii koree oolaa Achii gadi ilaaalaa Hiyyeessa garatu isa goolaa Goolaa goolaa………………….. Dureessi gamoo meeqa ijaaraa Hiyyeessi kana bira gayuuf …
Read More »Kaayyoon keenna tokko
Bilisummaa Kaayyoon keenna tokko Hin faca’inaa lammii koo Gamtaan haa sochoonuu Walii haa tumsinuu Yoggasii kan moonuu!! (2) Dhaabbannee fiduuf bilisummaa Hifannee hin dhiifnuu yoomumaa …
Read More »WAAQATTI HIMADDHU!
Taammanaa Bitimaa irraa Yaa Irreecha olka’ii dubbaddhu Bishooftuu olka’ii dubbaddhu Yaa Oromoo olka’ii dhubbaddhu Oromiyaa oka’ii dubbaddhu Waan …
Read More »BIYYEE FI BIYYA
Taammanaa Bitimaa irraa Biyyee biyya Biyyee biyyii Biyyee irraa tolfamnee Biyya irratti dhalannee Biyyii taphachaa irratti guddannee Biyya …
Read More »Nuti nagaya feenaaf Nagayaan himannee Saniinis dadhabnee, Jumlaan ajjeefamnee Jarri nagaya hin feetu Agarree hubannee Tarkaanfii itti aanuuf Murannoon qophooyne.
— Kan nagaya hin feene Humaa irraa hin eeynuu Amma murteeffanne Tarkaanfii itti aanu. Gootummaa keenya Ni beekan duraanuu Waliin dhumna malee Wilii hin callifnu! …
Read More »Qabsoo bilisummaa afaan Oromoo
Jate Melkamuutiin *Malkamuu Jaatee, Waligayii marii afaan fi aadaa Oromoo irratti barruu dhiyaate, Jarmanii, Frankfurt, Waxabajjii 11 bara 2016 “The future depends on what you …
Read More »Kun ololaa mitii hojiidhaan mirkansee Oduu qofaa miti goochaan agarsiise.
Dhugaan dhugaa… kunoo agarree jirraa Soba dhagayuuf nuti hin qabnu gurra! Haasawaa oolaa kan dharaan as geessan Hin sobamnu lamuu kute faashinni keessan. Tooftaa jijjiradhaa …
Read More »