Oduu Haaraya

Amaaroottii biyya Saa’uudii Arabiyaa keessatti farshoo nagadan yeroo TV kaameeraa dhooysaatiin saaxilamaan daawwadhu..

Sababa Amaaroota kanaatiin miskiinni biyya Sa’uudii Arabiyaa keessatti araraafamaa jiru…

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …

2 comments

  1. Ilmaan Oromoo hanga yoom badii malee maqaa Itoophiyaa khanaan dhuman?
    Biyyi Oromoo Oromiyaarraa kha isaan baase Itoophiyaadha, biyya baqatanii dhaqanittiis
    Badii Mootummaan Itoophiyaa tii fii Ummanni Itoophiyaa dalaguun ajjeefamaa jiran, kun maalif taha? maalif Oromoon biyya baqatettillee eenyummaa isaa dhoysee maqaa salphinaa Raroo Gabrummaa khana hanga yoom hagooggatee deema?
    Gaafiin kun hayyoota fii warra ar’a Hoogganoota Qabsoo Oromooti ifiin ja’aniifi! Beeytota Doctoroota fii Profeesaroota Oromooo hunda laala?
    Ummanni Oromoo eega an Oromoo dha Biyyi tiyyaas Oromiyaa dha je’ee kha’ee qabsoo eegalee barreen hedduu lakkooysise, wareega qaqqaaliis kafalaa jira? Khanaan wal qabsiiftanii deebisaa akka naaf gootan !!
    Galatoomaa!

  2. Rooba,If you cannot defend your natural rights, if you cannot fight for your right you are not fit to survive.we are dying and suffering, the Habeshans are surviving and doing smart.They trace where ever you are.It is our kind oromos who showed them the way deceived by small money. Now all are suffering because of that.it is time for Oromos to die for their freedom rather than to die like a dog.Imagine how many young OROMOS are dying shamefully rather than dying with dignity fighting for their freedom.It is up to all of us to think what we are doing each day and in each interactions.