Magaalaa mummuttii Oromiyaa tan taate Finfinneen yaroo jalqabaatiif sagantaa dorgommii Qur’aanaa kan hirmaattoota addunyaa hirmaachisee keessummeessitee gaggeeysaa jirti. Sagantaan dorgommii Qur’aanaa Staadiyeemii Magaalaa Finfinnee haala …
Read More »Majlisa keennaaf nama bakka nu bu’u filanne, seeraafi heera eegsisuun, sagalee ummataa kabachisiisuun qaama ilaallatu bira jira!
Sheekh Hajjii Ibraahim Tufaa Pirezidaantii Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa tahuun filataman
Manni maree dhimmoota islaamummaa Itiyoophiyaa sanada dambii Ittiin bulmaata. Mana marichaa erga mirkaneessee booda har’a miidiyaaleef ibsa kenneera. Kanumaanis koree hoji raawwachiistuu 15 filachuu yeroofi …
Read More »Eeyba masjiida magaalaa Dadar
Hawaasni koo kan Magaalaa Dadar Baga Rabbiin Mana isaa isin badhaase! Madda imaanaa fi Ilmiin irraa hin citne isiniif haa godhu! Warroottan hojii bonsaa kana …
Read More »Oromoon kan akkatti yaadu osoo qabduu gabrummaa jala buluun qaanyi
https://www.facebook.com/403470183396557/videos/897407550732535/?t=11 Gorsa dhama qubu, kan Oromoo fayyaddu.. haala yeroo ammaa Majlisa muslimaa jiddutti deema jiru Ustaaz Suufiyaan Usmaaniin
Read More »Seenaa dhugaa….
https://www.facebook.com/112874570174492/videos/489162561802412/?t=403 Dhaamsa Jabaa USTZ Raayyaa Abbaa maccaa irraa.
Read More »OMN: SIMMANNAA RAMADAANAATI FI ITOOPHIYAA IRRAA HAJJIN QAALAHU..
Murtiin Traamp Kennan Sirrii Miti Jedhu Somaaliyaa fi Jabutiin
Akkamitti hajjii fii umraa goona?
KITAABA HAJJI`IIFII UMRA`AA كتــــــاب الحــــــج Sharxiin hajjiin wajjabduun yookaa nama qabduun torba, isiin : 1 – Islaama. 2 – Saalfatuu 3 – Aylii . 4 …
Read More »