Megersa Abubeker Ahmed Kutaa 1ffaa Jama’aan “Ahbaash” jechuudhan of yaamu kan amma biyya teenya keessa figuu jalqabe kun eega nubira gahee bara 15 tahee jira. …
Read More »Baatiin Ramadaana Baatii Qur’aanaa ti. Waa’ee Qur’aana wantoota armaan gadii kanneen baraa ykn immoo yaadadhaa!
→ Qur’aanni kan buufame waggootii 23f → Qur’aanni makkaa keessatti waggootii 13f bu’e → Qur’aanni Madiinaa keessatti waggootii 10f bu’e → Qur’aanni kutaalee (juuzota) …
Read More »Sheek Haamid Booke Du’aan Addunyaa kana Irraa Godaanani
Nashiidaa Raayyaa Abbaa Maccaa 1436 H
https://youtu.be/vJUqypIfUuo https://youtu.be/U1penaxoPpE
Read More »Kan baranaa kan bara hegeree! Ramaadaan Mubaarak!!
Sheek Amiin Ibroo: “Gaalli biyya Oole fakkaata”
GARAAGARUMMAA GOOFTAA KIRISTIYAANAA FI WAAQA WAAQEEFFANNAA
Dereje Tadessetiin Dubbii kana kan kakaase, amantaalee waldorgomsiisuuf ykn amantaa kamiyyuu ceepha’uuf miti. Haala ka’iinsa fi galii uumamaa, sammuu fi afaan dhala namaa fi, dhugeeffacha …
Read More »Masjiidaa fi Jon kerii :: !!!!! :
Hegeree Oromiyaa Kan argaa jirtan kuni Masjiida guddaa Jibutiiti keysa isaati . Kan gara Minbaratti dhihaatee taa’aa jiru kuni itti gaafatamaa haajaa alaa Amrekaa …
Read More »