Oduu Haaraya

Amantii

Gaazexaa Maqaa Islaamaatiin Kallattii Qabsoo keenyaa jijjiiruuf dhufe kana bituu dhiisuun shira Mootummaa kana haa fashaleessinu!!

majlisa

Oduu Ho’aa Mootummaan Kallattii Qabsoo Hawaasa Musliimaa Jallisuuf “Bedr Islamawi Gazexaa” jechuun Gaazexaa haaraa Guyyaa Har’aa Gabaarra Oolchuuf akka qophaa’e beekame Jumaha, Caamsaa 8/2006 Mootummaan …

Read More »

“Amantaan alagaa masaanummaa irratti tolfamtee biyya keenya dhufuun Kirrii fi Tasbii nutti hiitee du’a booda isinii tola nuun jette”

roobaa

“Amantaan alagaa masaanummaa irratti tolfamtee biyya keenya dhufuun Kirrii fi Tasbii nutti hiitee du’a booda isinii tola nuun jette. Dhala Oromoo tokkummaa dhaloota Waaqaa qabu …

Read More »