Oduu Haaraya
3

“Amma booda ilmaan nafxanyootaa qillensa Oromiyaa irratti akka barbaadan dhudhuufuu hin argatan”

 

 

 

“Amma booda ilmaan nafxanyootaa qillensa Oromiyaa irratti akka barbaadan dhudhuufuu hin argatan” Qilleensi Oromiya hamma tokko bilisoome jechuu nin dandeenya jedhu bu’ureessaa fii hundeessaan OMN Obboo Johaar Mohamed…) ..hubachiisa sur sagaleen isaa dogoggora waan qabuuf obsaan gurra itti maxxxansii caqasi….kutaa duraa

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …

2 comments

  1. Yaada gaarii qabdda. Hawwiin kee illee guddaadha. Garuu har’a kan oromia bulchaa jiru eenyu? kan akka barbaade itti taphachee, ajjeessaa, saamaa, buqqisaa jiru eenyu? maaf dursitee jechoota bor nammi ittin si tuqu jetta ergii jettee kunoo bubbulte. garuu akka jecha keetti har’aan booda jette. kanaaf jecha kee sana qabsoo keenaan of irraa kaasna,akka Oromia irratti hin sirbine ni goona yoo jette gaariidha.
    Galatoomi.

  2. Yaadi kun gaarii ta’us. Ammoo mirqaana irraa waan jedhame natti fakkaata. Qilleensa Oromiyaas ta’e dachii oromiyaa tan dhuunfatee jiru diina.Jechi “Har’aan booba” jedhu tun jarjaraa fi mirqaana irraa waan jedhame fakkaata. Oduun guyyuma tana darbe yoo laalle waayee sport fi waayee Juuneddii Saaddoo diina Oromoo nama ta’e faarsuu ture. Bara ministeera bishaanii ture Junaddii waan gaarii hojjete jedhame kkkkkk qormaata tokkoon malee. Magan. Bara san keeysa Oromiyaan bishaan dhabdee rakkachaa turte.Boorranni,oromoon naannoo Haromaayaa dhaa rakko hedduu qaba. Hundaafuu bubbuulllee laalla.
    Rakkoon Oromoo dhaa moohicha diina irratti qabnu nama himuuf dhabeeti malee waayee sport fi oduu Russia nama himuuf dhabe miti. Oduu Russian qilleensi Oromiyaa yoo ni bilisooma ta’e tunis magan jenna.
    nagana