Raayyaan Ittisa Biyyaa daangaa humna waraanaa Sudaaniin qabame bilisa gochuuf gahuumsa qabaachuufi qophii barbaachisu hunda taasisuu beeksiseera. Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa haala nageenyaafi haleellaa humni …
Read More »Godaantoota Libiyaa Keessatti Rakkatan Gargaarraa
Godaantoota Libiyaa keessatti danqamanii jiran Amerikaa kaabaa fi Awurooppaa dabalatee biyyonni nagaa qaban eeguumsa akka taasiisan gareen Doktooroota Daangaan hin uggurre gaafatee jira.Kana malees kanneen …
Read More »Iitawuu/dhiita’uu hiidda dhiiga lukaa
Maaltu dhibee kanaaf nama saaxila? 1. Saalan dubara ta’uu, 2. Furdina garmalee, 3. Ulfaa’uu, 4. Umuriin dabaalaa deemuu, 5. Yeroo dheeraaf dhaabbachaa turuu. Kunis, yeroo …
Read More »Sa’aa 24 keeysatti waajjirri nuuf haa gad dhiifamu!
Gammoojjii fii baadiyyaa qofa osoo hin taane magaalota keessa galaa jirra
BBC Afaan Oromoo Waraanni bilisummaa Oromoo (WBO) kan mootummaan ‘ABO-Shanee’ jechuun paarlaamaan shororkeessummaan faraje, erga bulchiinsa Abiy Ahimad waliin wal waraanuu eegalee amma waggoonni sadii …
Read More »Majlisnni Oromiyaas akkuma ka duraa Zulmii nurratti dalagaa jira
Komii warra hajjii baranaa: Majlisa Oromiyaas tahee ka duraanii ummata saamuu fii malee, ummata tajaajiluuf hin dhabbanne jedhu hujjaajoonni. Qarshii kuma dhibba lamaa fii afurtama …
Read More »Faaydaa yookiin bu’aa tiinii/shookaa kana beeytuu laataa?
tiinii Faaydaa yookiin bu’aa tiinii/shookaa kana beeytuu laataa?1. Akka qorannoon agarsiisutti, warra dhibee sukkaraa gosa 2ffaa qabaniif hedduu gargaarti. Sababni, sukkaara qaama keessaa gadi buusuuf …
Read More »Intensified arrests in Arsi zones, Oromia region under pretext of connections with OLA
In these zones, people who do not support the government’s political views, youths who are not youth of the change(not supporters of the government), members …
Read More »Lammiin biyya tokkoo nagayaan biyya isaa keessa jiraachuun mirga qaba
Mana maree dhimmoota Islaamummaa Toophiyaa (ce’umsaa) irraa haleellaa namoota nagaa irra ga’aa jiru ilaalchisuun ibsa miidiyaaleef kenname Maqaa Rabbii akkaan mararfataa akkaan rahmata godhaa ta’eetiin …
Read More »Cunfaa imala galatoomaa Jawaar Mohamadii fii Baqqalaa Garbaa
Cunfaa haxeerarrii dubbii obboo Jawaar Mohammadii fii obboo Baqqalaa garbaa imala galatoomaa Minisoottaa ffaa imala kana keessa waan hedduutu jira Sadarkaa Sochii qabsoo Oromoo irra …
Read More »