Seenaa qabsoo Oromoo ilmaan Oromoo biyya Ormaati godha jiran keessatti mormiin Hawaasni Australia Melbourne gochuuf deemu kan addaatti.. Xiyyarrii magaala Melbourne irra gadi siqee balali’uun barrefama mormii #OromoProtests fi Kaneen biroo qabate balal’ia.. Umanni immoo fageenya walii eege Alaaba qabatee bahe nannoo isa dhaabata.. Yeroo xiyyaarri gadi siqaa balaliitu Alaabaa ofii mirmirsu.. Kuni qabsoo Oromoo sadarka biratti ol kasuudha.. Qophii kana adda dureen kan hoggana jiru Dubartoota Oromoo Melbourne Australia jiranii dha..
Pirezdaantii OSA: Wanti Jawaarirratti raawwatame shiraas, loogiis, yakkaas
At least 12 people die from hunger in drought ravaged Guji zone, says official; residents…
Keessummaa Kabajaa fi Waraqaa Qorannoo dhiyeessuun waladda
Umanni Oromoo garee waanyoo fii of tuultootaa jiddutti rakkachaa jira