Categories: Oduu Oromiyaa

Barattoonni universitii magaala Dirree dawaa akka malee humna waraana wayyaneen reebaa jiru

 

Uuuuu iyyaa wal kakaasaa umanni Oromoo barattooni keessan dhumaati jiru,  maal ilaaltani teessu guyyaa har’aa barattoonni Oromoo universiti Diree Dawaa jiran guyyaa har’aa  hiriira nagayaaa baanaan mootuumman wayyane waraana federaala itti ergee barattootaa Oromoo achi jiran dhukaasa irratti banudhan reebanii caccabsanii fudhatanii deemaniin, kaniis akkasumatti reebamee caccabsame universitii gadhise jira.  Ummanni Oromoo bakka jirtanii ka’aa wal dammaqsaa maaloo lafa keenya irratti mirga dhabne haga yoom teenya..

bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Recent Posts

Pirezdaantii OSA: Wanti Jawaarirratti raawwatame shiraas, loogiis, yakkaas

Pirezdaantii OSA: Wanti Jawaarirratti raawwatame shiraas, loogiis, yakkaas

3 days ago

OSAn Yaadan Dulloomeera; Haaromsa Fedha

OSAn Yaadan Dulloomeera; Haaromsa Fedha

4 days ago

At least 12 people die from hunger in drought ravaged Guji zone, says official; residents put figure at 20

At least 12 people die from hunger in drought ravaged Guji zone, says official; residents…

4 days ago

Oromiyaa keeysatti beelti hammaate

Oromiyaa keeysatti beelti hammaate

4 days ago

Dhimma OSA: Keessummaa Kabajaa fi Waraqaa Qorannoo dhiyeessuun waladda

Keessummaa Kabajaa fi Waraqaa Qorannoo dhiyeessuun waladda

4 days ago

Umanni Oromoo garee waanyoo fii of tuultootaa jiddutti rakkachaa jira

Umanni Oromoo garee waanyoo fii of tuultootaa jiddutti rakkachaa jira

6 days ago