Oduu Haaraya

BREAKING NEWS: ARTIST ALMAZ TEFERA HAS PASSED AWAY

BREAKING NEWS: ARTIST ALMAZ TEFERA HAS PASSED AWAY

OMN has just confirmed that the legendary  Oromo singer Almaz Tefera has passed away today March 22, 2014. Our sources have informed us that she died in a hospital in Finfinne and currently her body is been transported to her hometown where she will be rested. Our deepest condolences goes out to her family , her fans and the Oromo people at large. OMN will have a follow up on this story.

 

Numaan fiiga malee halknii fii guyyaa, jiruu too moohadhee takkaa hin teenye caayaa yaa waaqa naa tolchi tanaafiin sitti iyyaa,,,

 

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Ollaa: Oromo Legacy Leadership And Advocacy Association

IMPORTANT UPDATE: OLLAA is always seeking for opportunities to engage with Oromo communities around the …

3 comments

  1. Adde Almaaz Tafarraa Rabbiin haamaaru.

  2. Adde Almaaz Tafarraa waaqayyoon biyyee irraa haasalphisu.Waan baay’ee hojjatteen seenaan yoomiyyuu niyaadata.

  3. Adde Almaaz seenaa Wallisttoota Oromoo keessatti bakka guddaa qabdi.Waaqayyo biyyee irraa haasalphisu.

Leave a Reply to Jaal filamaa Sabaa Cancel reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *