Oduu Haaraya
sochii dargaggoota oromoo

DHAAMSA


ILMAAN OROMOO BARATAA YUNVERISTII (BARATTAN)TAATAN HUNFAAF
boqonnaaf gara maatii keenyaa yeroo gallutti gochaa wayyaaneen ilmaan oromoo irratti raawwachaa jirtu lammi kenya hunda hubachiisuun dirqama keenya ta’uu barree abjuu isheen oromiyaaf qabdu akkasumas duguuggaa sanyii raawwachaa jirtuuf maatii keenya hubachiisuu akka qabnu fi akka fashaleesinu kabajaan isin gaafanna.

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …

2 comments

  1. Yadaa bareedaadha. Yaroo barreesitan, ammoo, akka namaa galu gabaabsaa.

  2. Yaada bareedaadha. Ammo, hima (sentence dheeraan wan barreefameef nama hingalu. Kanaafu, himmeen (sentences) gagabaaboon barreessaa.