Oduu Haaraya

Diimaa Nogoo Seenaa Oromoo Xureessee

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …

4 comments

  1. Waa`ee Dr Baaroo Tumsaa/Jiilchaa Tumsaa/,Taaddee Birruu,Elemoo Qilxuu,Maammoo Mazammir maqaan isaanii yoo ka`u imimmaan qabachuu hin danda`u, warri akka Diimaa Nagoo yeroo hunda taayitaaf qabsaa`an yeroo Baaruun Wareegamu shira xaxuun du`a baaruutiif sababa akka ta`an ni himama.du`a Baaruutiif sababaan guddaan warra akka diimaa nagoo kan taayitaa barbaadan kanneen dhaaba meison keessaa ABO tti dabalaman qabsaa`oota kijiba hin beekne kanneen arrabsamuu lammii fi cunqursaa lammii Oromo hambisuuf qawwee kaasan irratti du`a baaruu akka haqatan ni himama.Waa`ee kanaa Jaarraa Abbaa Gadaa bara 2011 Yemen Sanaa shumeila bakka jedhamutti akkas jedhe”Dr Jiilchaa Tumsaa fi Magarsaa Barii Oromoon bara amma jirru kanatti nama akka isaanii danddeettii qabu hin qabu osoo jennee nu hin kijibsiisu gara fuul-duraa yoo dhalate malee namoonni akkasii; fkn lafti abbaa qotuuf yeroo jalqabaaf jedhee dargii karaa kan qabsiise Dr Jiilchaadha,sagantaa siyaasaa ammayyaawaa immoo jaalle Magarsaa Bariiti”jedhe.Namoonni akka diimaa nagoo yeroo Baaruu sanis dhaaba keessa taa`anii abbaa seenaa anaatu taha jechuuf dhaaba keessatti jeeqama uumaa turuun qabsaa`oota shira hin beekne dhaaba irraa fottoqsuun maqaa dhiphoo itti maxxansuun hanga maqaa cuqun jedhuu moggaasuun qabsoo erga dadhabsiisaa turan booda amma kunoo nafxanyaa wajjiin ilaalcha nafxanyaa calaqsiisaa jiran.maqaa dhaaba biroos ijaarratanii socho`aa jiran.fkn maqaa dhaaba ODF Jechuun.wrreen kabaja lammiif jecha dhagaa adda addaa garagalchaa turan cuqun maqaa jedhu itti moggaasaa turan.Har`a immoo OPDO Amaaraa tahuuf/maxxannee amaaraa/tahuuf waan amaarri /budaa-komaaxee/feetu kan akka ethiopia tikdam jedhu budaa wajjiin hafarsuu irratti argaman.ripaablikiin walabni Oromiyaa hundaa`uu akka hin dandeenye sababa budaan dhiheessitu budaa caalaa itti dabranii odeessaa jiran.biyyoonni biyya hedduun daangeeffamtu baay`eedha,mee maappii addunyaa ilaalaa.hoolaand biyya meeqaan daangeeffamti?Luxemberg dureettiin lola tokko illee hin qabne biyya meeqaan daangeeffamti?obbo diimaan ji`ograafii addunyaa irra deebi`ee haa dubbisuu.ISAT wajjiin gaaffii-deebii gochuun dure ABO ture yeroo jedhu obbo diimaa niin qaanfadhe,diimaa hojii akkasii irraa dhaabbadhu! ekeraan Baaruu,Elemoo,Taaddee……….jannata Oromootaa keessaa hafuura sitti gadi baafattee si nyaatti.abshiir!!! Oromiyaa ni bilisoomta!!duuti goobanaa haaraya,wayyaanee fi budaaleef injifannoon ummata Oromoof!!!

  2. Dr Dimma Neggoo kana irratti galmee seenaa irraa ka’antti malee kana yaada kana burqisissan wan gara birra hinqabu. Kan seenaa hinbeeknet yoo dhugaa seenaa baraa 120 olii kassani dhugaa hinfakatu. Kan isan jeedhan Nama Russia kan ture (Military attachee kan Miniliki kan ture) Alexzander Bilatovich yaroo dula kafichoo sana kan Abba Jifar faa walin dulchisee isan. Kitabaa sana osoo dubiftan gari natfakataa. Kanafu Dr Dimma Neggoo Sarboo defendee gochufi osso hintanee wan gonoo hunda fi tarsomo fi toftaa keenyaa haala jiru irraati lafa kachufi nu gargaru danda’a. Garu gaaffii deebbii Radio ESAT keenan yeroo sana dogoggoraa ta’uu nimala. Dhaali nama dogoggoraa irraa waa baraataa.Warrii Yaada akkas kana baareessitaan gudda galaaata qabdu garu (emotional feelings) akkasuman kataan osoo hinbarreeesinee garrii natti faakataa.

    Galatooma.

  3. Qabsaawota kufan faarsanii kanneen jiran qaannessuf yaalun amala diinotati. Mee Gelemo ati mataan kee eennu ? gaafa diimaan jaal Baaroo basaasu ati eessa turte? amma hoo ati muka duubatti dhokattee namoota maqaa xureessuu malee oromof maal godhaa jirta?

    Dr. Diimaa Negos dhimma seenaa sana yoo ibsuun barbaachisaa ta,es nama biraatif dhiisutu isa irra ture.

    warreen akka Gelemo waa barreessitan eeggannoon barreessun dansa.