Oduu Haaraya

Dr. Ali Birra’s Golden Jubilee 50th Anniversary – Oromo Community Radio-MSP

Check Also

xalayaa

Seenaa gammachuu qamaltii: Kutaa Tokkoffaa

Taammanaa Bitimaa irraa Jaalatamoo fi kabajamoo yaa dubbiftoota barreeffama kanaa, mee kunoo hardha irraa kaaseen: …

2 comments

  1. Dr. Gantuun MN tii maal hojetaa? Horii wayaaneen isaaf laatte ni dhumatee laataa? Dr. Birriin lafumaa garaaf itti tolee deeme bookisa malee nama kabajaa qabuu miti.

  2. Osoo waa dubbachuu dura waa madaaluu fii. Waan dubbattu beeytee gaari,
    Ifuma teetiifuu ati eenyu? maal hojjatte? Maal hojjachuutu sirra jira? Maal jechuutu sirraa tola?
    Mee if gaafadhu? Silaahuu waan gaarii hojjachuuf dandeeytii hin qabdu, toltuu dubbachuuf sammuu hin qabdu, maaliin siin ja’a Afaan Oromoo dubbattaa? an ammoo dhiifama naaf godhi, maalif yaada kee kana namni deebisuus hin barbaadu ! Mee yaadii waan malu ta Namni sirraa fudhatu dubbadhu,
    dubbadhu ka gorsulleen hin jiru, maalumarraa dhalatte? Kan ati irraa dhalattelleen ofitti qaanfatuu qaba. Kan si beekulleen maal ja’a laata?