Oduu Haaraya

Dubartoonni keenya akka lammii biraaf if hin laanne

MICIYON TUN INTALA OROMOODHATI MAQAN ISIIDHA KEYRIYA JA.AMA DHALATU ANAA DAROO LABUU MAGALA DAROO ABBONA BAKKA JA.AMTU ITTI DHALATE GUDATE AMAF JIRATUU MAGALA SAUDI ARABIA RIYAAD NANNOO MANFUUHA JA.AMTU JIRATII ERGA DHABAMTE GUYYA 16 ISSITTI NAMNI DUE KUN ISIIDHA JENE WAN ITTI AMANU DADHABNEF NAMNI ISIIN MAQA JALALAATIN HARIRO WAJJIN QABACHU TURTE LAMMII ARAABA AKKA TAHE BEKAMADHA INI TOKKO SURIYADHA IINI TOKKOS LAMMII SAUDI ARABIA DHATI NANNOO RIYAAD ILMAN LAMA QABA SIN FUDHA JECHUN WA.ADA AKKA SENEF SAHIBTITI ISII IRRA AKKA ARKANETI BEKAMADHA BILBILI ISII 0556726309– 0532164858 HADARA DUBARTONI KENYA AKKA LAMMII BIRA HIN JALALAA JETANI AKKA ARABATI IF HIN LANE KAN JU.UN ISSINIF DHAMU BARBADEE DUBARTOTA OROMOO TENYATIF KAN TATAAN RAHAMATA RABBIN HA GODINA JENA

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Jijjiiramni Oromoon kumaatamaan itti warageeme kana fakkaata

Ajandaa Mana Marii Nageenya Biyyolessaa (National Security Council/ NSC) Roobii Darbee:Roobii darbe jechuun gaafa Qaammee …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *