Oduu Haaraya

Hijaaba yookiin fooxa yoo firra hin fuune OMN keessa hojechuun hin dandayamu

Sabaa himaa OMN garam deemaa jira..maaltu keessaa buubbisaa jira, dhuguma ?

 

MNO

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …

13 comments

  1. Baay’ee nama gaddisiisa yoo dhugaa ta’e. Garuu oduu diinaa ta’uu isaa baay’een shakka.

  2. Dhugadhaa just like Nasibo said. This why Oromoon tenya hiin bilisomnee. We wan leadership that know or scared of Allah. Other wise Oromo will be just like this forever..

  3. please do not hurry to judge, OMN is still at the very beginning. Any campaign against will only harm our people, and the spirit at the very beginning should be kept alive.

  4. eegaltanii ammoo! tokko hin tollee.amma gaaffiin keessan maali? Nama tokko dalagaa irraa sababa garaagaraatin dhaabsisuun waan jiraa ti.OMN seeraa fi heera naamusaa hojii kan mataa issa qaba.Namnii seeraan ala mirgii isaa dhiibamee hojii irraa ari’amee yoo jiraatee seeraan falamchuu ni danda’aa.yoo barbaachises akkataa seeraa hojjeettaa fi hojjechiisaa USA gaaffachuu ni danda’a.namootii dhuunfaas ta’ee uummati dhimmota akkasii keessa seenuu hin dana’uu.Maqaa wal balleesuu fi olola wal irratt oofuun qabsoo oromoo mancaasee malee bu’aa fide hin jiru. Ammo OMNs baalleesuu yoofeetan itti fufa. wayyaaneen qilleensaarran OMN dhaabuu daddabdee asiin karaa waan argatte fakkaata.Ani Amad yaasinis ta’ee kadiroo akka oromoo tokkotti nan jaalladah kabajaa guddaan qaba. Gorsaan isaaniif qabu yoo jiraatee biyya haqaa fi mirgi nama itti eegamuu jirra waan ta’eef seeraan ala hojii irra ittifamtan yoo tatan seera jirunnn gaaffadha.Ololan hin deemina.warri abaluu OPDO dha jettu kun yeroo kanaan dura eessa turtee maaliif hin saaxliin?

  5. OMN warreen hogganaan Ykn Editor in Chief Eenyu akka tahee beeytuu?

    Birhanu Dirbaba …OPDO Documentary meeqa ABO oromoo irratti dalagee. AB On nama ajjeestii ja’ee.

  6. cheap shot! Caala time will solve this problem but your mission is clear for the listners i let the listner judge you………

  7. Diinii oromo. Nuyii mataa kenaa barumaa derbaa waali qoduu amantii. Gaandanii. I hope waarii biyaa umataa alaa najisaa taee iraa ufii egadaa

  8. As much as i love this media work, i have disapprove some of the job, the management of organization are doing, from the beging they distance muhmade Ademo from the net work.
    now they started push out Ahimade yassin And Kadiro Elemoo. it is not good to be keep quite when thing are going in wrong way, they need solve this problem before it damage them self.

    • you are right the Fact. I noticed hat even the reporters on the TV (OMN) do not represent all corners of Oromo people. if you know what i mean. they need to understand and convay that.

      • hehe u r a poison!! TPLF tried to bring OMN down many times, when they fail, they sent u, but you will fail. Akkuma dhaaba gandaan hirtani booda kuftan sana kuftu, oromon isinitti damaqeera yaa wara diqaala jale G-7

  9. I think it’s wake up call for all oromos. Bushaa bushaa jachaa waa gad liqmsuun kun dhaabbatuu qaba. Johar haaswa seena qabeysa fi dhugaas baayyee haasawee bobbaa isaa kheysatti, waan hedduullee nu barsiisee. Akka haaswa isa hordufuu turetti mediaan kun dhaloota haarwa ogummaas qabuun gad geyfama ja’mee dubbatamuu ture. Ani akka nama tokkootti haaswa isa mara hurdufuun turee heedduun dinqisiifadhee, waan feedhees johar yo tahee, bobbaa isaa Mara keystti wanti dubbattee dhugaadha saniif galtomi ammallee ulfaadhuun ja’an. Garuu wanti nama gaddisiisu OMN akka itti himaamaa turee san hanqachuu saatu mumullata. Lakkuma bubbuluuni bushaawaa, waan Oromo kheysaa dhabamaa dhufee. Akkuma media xixiqqaa tanaan dura turan gariititti gara nama singiggeysu egalee. Khan hundarra nama gaddisisu yeroo 1 1 akkuma nama ethio TV daawwatutti jiru fakkaata. Akka khiyyatti median kun yo hojjattota hamba habashaa turan khana dhiisanii ijollee biyya walaba kheysatti ogummaa horatan warra median walabaan akka hujjatu hubatan- itti dabarsan qofa media nu barbaachisu san taha. Waan haqaarratti wal qaanfachuu hin qabnu, nu martu OMN hagam takka jaalannu ni hubanna waan kheenya ni qaceelfanna dubbadhaa.

    • Jirra Liban dhugaa jette. kan biraa, kan gandaan deemutuu, gandaan deemtan namaan jedha. Mohammed ademo maaf hin jirre OMN keessa Reportariin Oromoo cufa fakkaatu qaba jechuun badiimiti. maa akkana jetta worri jedhu, worruma qabsoo Oromoo yeroo dheeraaf bobaa jalatti qabatee irra taa’ee sodoota isaanii gargaaraa turan ammas itti jiraniidha. dhugaan jirtu tanuma.

      yilma hager. maqaa akkami kuni atille waan TPLF dubbataa, namaan waajettaa, maqaan keetuu waan atitaate nuu himee. Xoppiyuma TPLF sii woyya Oromo dhiisi. some of your so called leaders are in-laws with our enemies and how we should expect them to fight their in-laws. Oromo’s problems are mostly people like you. down deep you love amhara, G-7 and the TPLF than yourself Mr yilma hager.

    • Jiraa,

      Dhuguma dubbatte. Rabbi si haa dhiisu!

      Kanumaan itti himaa ture anilleen. Gorsa fudhachuu diduun (mataa jabaachuun) adaa habashootaati.