Oduu Haaraya
jihaad

How British women are joining the jihad in Syria

Exclusive: “Maryam” is a British woman who has moved to Syria to join the anti-Assad rebels. She can use a Kalashnikov and would like to fight, but has had to settle for the life of a jihadi’s wife.  More..

Check Also

walloo

Witnesses say latest ethnic clashes in Ethiopia kill dozens

NAIROBI, Kenya — Witnesses allege that several dozen civilians and fighters have been killed in …

5 comments

  1. Oromoo Rabbi sodaadhaa nama hayyuu ima qabnnaa wal haa dhageennuu wol dhagayuu dhabutuu nutufachisee namaa gadi nutaasisee diina jalatti nucabsee ummani wal hin dhageenne alagaan dhaalama jedhanii wal haa dandamachiifnnuu J/Kamaal kennaa umamaa qabaa Rabbiin isaan haabulchu

  2. J/Kamaal Rabbi sihaa gargaaru jabaadhu murataa namaa qabsoon ati godhaa jiru qabsoo qajeeltudhaa bu’i ce’iin siqunamullee abdii hin kutatinii itti fuufi gaafa tokko nimootaa ummani kee guyyaa tokko dhugaa kankee nibeekaa ta’aa qabsoon ”hexoo” irra hadhoofti!!!

    • Nama tokko maqaa qofaan jajuu osoo hin taane kayyo isaatiin madaalutu bay essa kayyo Isaac regard arganiin booda deeggarsa nama irraa barbaadullee gochuun dirqama lammummaa akka ta’e hin dagatin caaltu tiyya. Harki duwwaan fuula him ibsu jedhu mit ree!

  3. Audio J/Kamaal Galchuu dhageefadhee yaada isaa kan akka bishaan burqaa kessaa yaa’u raajefadhe isn akkam jettan nama kana Rabbii inuma uumee bar abboo jiraadhu jedhee sieebise ani!!!

  4. Biiftu tiyya atis akkasum