Oduu Haaraya

Konkolaataan horii fe’ee gara Jimmaatti deemuu ture tokko gara galuun battalumatti nama saddeet fixe

Har’a ganama konkoolaataan geejibaa namoota 27 fe’ee Finfinneerraa gara Jimmaa deemaa ture, konkolaataa horii qalmaa fe’ee Jimmaa irraa gara Finfinnee deemaa ture wajjin walitti bu’uudhaan namootni saddeet (8) battalatti yoo du’an, kan hafan irratti immoo miidhaa cimaan qaqqaabeera.

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …