Oduu Haaraya

Korri hawaasa Oromoo Suweedin 14ffaan milkiin xumurame

[rev_slider hos]

Korri hawaasa Oromoo Suweedin 14ffaa magaalaa muummitti biyya Suweedin ta lammaffaatti”Goteborgtti” tahe kun yeroo jalqabaatiif ilmaan Oromoo boyyoota Awroppaa gara garaarraa hirmaachuusuun lammii Oromoo 350 ol tahu gaaddisa tokko jalatti walitti qabuun milkii fii seenaa hin irraanfatamne galmeesse.

Hayyootin gorsaan, dargaggoo fii shamarraan diramaafii walaloon kora kana akkaan miidhagsuun qalbii hirmaattoota kora kanaa gammachuun guutee ture.

Check Also

taayyee fi abiyyi

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha …  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan …