Oduu Haaraya
liyyuu pooliis

Liyu police killed innocent civilians in oromia East Hararge zone

The Ethiopian-Somali regional state militia known as ‘Liyu Police’ have killed 4 and injured 2 innocent civilians in oromia East hararge zone and displacing the population.
For the past month the Liyu Police have been attacking, harassing and displacing civilians in the lowland region of Mayu Mulluqe county (woreda) in East Hararge zone. Attacks have taken place in and around the municipalities of Qumbi Goohaa, Seelaa Jaajoo and Aanaa Miinoo. Many have fled these areas to neighbouring places such as Burqa Tirtira and the vacated areas remain under the Liyu police occupation, until this report is filed.

 

 

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …

2 comments

  1. empire kana tiysuuf Oromoo capsuun Ulaagaa waa hunda duraa waan taateef, Wayyaaneen Saboota garagaraa kan Oromiyaan daagawan hunda hidhachiiftee Oromoo hiikkachiiftee ficcisiisaa jirti! Yeroo Somaalota itti kaaftee ficcisiiftee lafaa fii Qabeenya isaanii saamsiftee Somaalota biyya babal’ifachuu fii Lola shanyii Aadaa godhatte biyya jiituu akka laafatti akka argatan taasiftee firoonfachuu fii Oromoo fii Somaalota Obboleeyyummaa seenaa kan qaban balleeysitee Adawwummaa (Diinummaa) hamtuu jidduu isaaniitti uumuun bulchiinsa isii dheereyfachuu qofa osoo hintaane, Saba akka Amaaraa kan Oromoo wajjiin adawwummaa (Diinummaa) qaban kan Oromoo balleeysuun isaaf Holy war tahe akka wayyaanetti ija hin deeffanne akka Amaarriniis Mootummaa wayyaanee tana mootummaa Oromoo narraa caphsitu je’ee amanee fudhutuu fii akka Amaaronni Oromoorratti Lola bananii lafa Oromoo saammatanii
    Lambada ammaas akka civil war itti ammallee caphsanii lafoota biraa irraa fudhatan gootee Itoophiyaarra turuuf qophii isiin agarsiiftu lolli naannawa hundaan Oromoorra bante kun kan maayyiiti.
    Kanaaf Oromooniis karaa dandayame hundaan if eewaluuf murannoon ka’ee Diina ar’a isa dhabamsiisuuf aaggate kana ifirraa deebisuu qaba.
    Laaftuu isinitti hin fakkaatin, haalli kun itti fufnaan Oromiyaan haftee Oromummaan dhabamuuf jiraatti. Gara Wallaggaa tiiin Saboota xixiqqoo hidhachiiftee caphsaa jirti, gara Booranaa tiiin kana daran Lola itti bantee gosoota xixiqqoof lafa bal’isaa jirti. Gara Baalee tiiniis akkasuma, kan gara Harargee nannawa hundaan bara 3hii ol Duula duguuginsaa irratti bantee Somaalota Magaalaa Baadiyaa qabachiisaa jirti.
    Kanaaf yaa Oromoo wanni biyyummaa haftee jiraachuun keenya biyya San keeysa sodaachisaadha, yoo ar’a of callifnee teenye.
    Kanaaf yeroon tun yeroo teenye haasoynu osoo hin taane, yeroo of irratti dhumnu jirra, keeysaa fiii Alatttuu !!!

  2. Yaa lammii koo eerga ketiif gltm.eeyyen yeroo amma kana sabiin keenya morkaaf gotumma waliisa gidutii rawwacha jirtu kana huundan nu ga.’e ammas kana kessa bahu kan danffenyu yoo lolaa waliirati bane kessa banee qooga sana ta’u baanan dhumatii fi salphiina gudatu nu muudachuuf deema.yaa sabaa koo malloo gootummaan dhalootan qabacha turte sun maltu siraa mulqee rorroo alagaa jalatii si haanbise safuuu.