Magaalaaleen Oromiyaa Hedduun Tohanna Waraanaa Jala Jiru Jedhan Jiraattonni | Bilisummaa.com Oromia Shall Be Free. Dhimma Sabaa
Oduu Haaraya

Magaalaaleen Oromiyaa Hedduun Tohanna Waraanaa Jala Jiru Jedhan Jiraattonni

Hirrirri mormii gara torbanneen sadiif Oromiyaa keessatti geggeessamaa ture Har’as godina Harargee Bahaa fi Dhihaa keessatti itti fufee ooluu isaa jiraattonni ibsaniiru.

Fkn qonnaan bultoonnii godina Harargee Bahaa aanaa Hara-Maayaa kallattii afuriin hiriira bahanii garuu magalaaa Haraa-Maayaa keessatti hiriifu yaalanis waraanni mootummaatiin itti famu isaanii dubbatan.

Harargee Dhihaatti ammoo barattoonnii hardhas hiriira mormii geggeessan.

Gama biraatiin ammoo magaalaalee godina Oromiyaa adda addaa waraanii mootummaa tohataa waan jiruuf bahanii galuunis akka hin dandahamne jiraattonni dubbachuutti jiran. jiru.Gaaafii fi deebii geggeefame caqasaa.

Gaafii fi deebii kana dhaggeeffadhaa… Guutuu waayanee kanaa caqasuuf as tuqi

Check Also

walloo

Witnesses say latest ethnic clashes in Ethiopia kill dozens

NAIROBI, Kenya — Witnesses allege that several dozen civilians and fighters have been killed in …