Oduu Haaraya

MAMMAAKSA AFAAN OROMOO FI GITA AFAAN FARANJII

-Namni harka namaatiin ibidda qabatu, hin gubatu.
* A person who walks in another’s tracks leaves no footprints.
.
-Farda khannaa ( kha namni namaaf khanne) ilkee hin laalan.
* Never look a gift horse in the mouth.
.
-Kha calaqqisu/ cululuqu cufti dahabaa/ ziqeyaa miti
* All that gitters is not gold.
.
Farda du’een gulufuun khar tokkoon nama hin ga’u.
* It’s worthless to ride a dead horse.
.
-Saani jabbii ofii malee hin arraabdu.
* The cow doesn’t leak a strange calf.
.
-Khan lafaatiin fuudhaatti kha okhaa dhabde.
* He who goes to the law for a sheep, loses a cow.
.
– ol khaayan malee ok kha’anii hin fuudhan
* Fast bind; fast find.
.
by.Arkan Abdulaxiif

Check Also

a

Kuusa jechoota Afaan Oromoo Ramaddiin isii maqaa. (noun) A Qubee 1 Jechi kun akkmitti dubbifma? …

5 comments

  1. Jabaadha isinan jalaadha

  2. Jabaadhaa gaariidha

  3. Waan gaarii dha
    Garuu immoo qubeessuu irratti hanqinatu muldhata
    Galatooma!!