Categories: Oduu Oromiyaa

Manni Murtii Oromiyaa keessa jiran qajeelfama haaraatiin akka hojjatan ajajni itti kenname.

‪#‎OromoProtests‬
Xalayaa Mudde 1 bara 2015 barreeffameen akak eerametti, himannaa dhiyaatan irratti mirga wabii kan eegamu adeemsa seera yakkaa hordofuun otuu hin taane, Qajeelfama haaraa bahe kanaan ta’a. Kunoo, Qajeelfama maqaa Mana Murtii Waliigala Oromiyaatiin manneen murtii Oromiyaa keessa jiraniif kenname kun kan qaamni hoji raawwachiiftuu qaama seera hiiktuu akka fedhetti ajaju ta’uu saaxila. Qajeelfamni haaraa Mana Murtii God.Sha.Lixaa, kan Amsaaluu Olaaniitiin mallatteeffamee bahe kunis akkamiin qaamni seera raawwachiisu qaama seera hiiku akka ajaju ragaa dha.
Eehee, laga gama sanaa waanti tortore foolii kennaa jira….

bilisummaa

Recent Posts

Over 100 Oromos Killed as Attacks Continue in Horo Guduru

Falls Church, Virginia (09/20/2022) – As previously reported by OLLAA, on August 30, 2022, an attack was perpetrated by Amhara…

2 days ago

Univarsitii Haroomayaa ummata keenya ni fayyadde moo itti fayyadamte?

Baruumsi bu'ura jireenya ilma namaati. Barnoonni bu'ura waa hundaati. Manni barnootaa naannoo kee jiraachuu jechuun…

7 days ago

The Conflict Testing Ethiopia’s Nobel-Winning Leader

The Conflict Testing Ethiopia’s Nobel-Winning Leader

7 days ago

The Security Challenges Of Addis Ababa Escalate Internally And Externally

For several months, Ethiopia has witnessed an escalation of threats on various fronts, both internal…

2 weeks ago

Reactions to the Ethiopian conflict

In a sign of growing concern in Washington about the Civil War in Ethiopia, the…

2 weeks ago