Oduu Haaraya

“Miidiyaa kana dandamachiisuuf Hawaasni Oromoo garee walaba tahan file rakkoo kana yoo qorate qofa”

Gaafiif deebisaa RHO haala yeroo ammaa OMN keessatti dhalate laalchisee Dr. Salamoon Ungashee waliin taasise

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Jijjiiramni Oromoon kumaatamaan itti warageeme kana fakkaata

Ajandaa Mana Marii Nageenya Biyyolessaa (National Security Council/ NSC) Roobii Darbee:Roobii darbe jechuun gaafa Qaammee …

One comment

  1. 1.Namoonni maallaqa harkaa qaban yoo jiraatan, daddaffitti maallaqa san herrega baankii kan OMN itti galchuu
    2. Horiin buufame, baasiin godhame, ragaan wajji dhihaatanii maallaqni hafe nuuf himamuu,
    3. Auditoriin dhunfaa qaxaramee, “audit” gochuu,
    4. Fuula duraaf accountantiin dhunfaa qaxaramee, bajatni bahee, (financial statements i.e income statement, balance sheet, and financial position) yeroo yerotti warra buusii godhu hundaafuu hiramu.

    Wanni biraa akkuma Dr. Soloon ifi Obbo Sa’id je’anitti godhamuu dha

    Galatoomaa

Leave a Reply to aroba12 Cancel reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *