Oduu Haaraya

Musliimmoota Mana Hiidhaa Shashamnee Irraa Yaaka Tokko Malee J’oota bay’eef hiraramaa turan Guyyaa Kaleesaa Hiidhaa Irra Hiikkaaman

Maddi: RDH

Guyyaa Kaleesa Sagantaan Geggeesa H’oo ta’e kan qoph’eef ta’uu Ibsame.

Raadiyoo Daandii Haqaatiin
Jimaata Caamsaa 28 /2007

Musliimoota Yaaka tokko malee Mana Hiidhaa Shashamaneet Ji’oota Bay’eef Himatamanii turan 19 Gidduu Issaan 12 Kan Himmaanan Issaan Irrati Baname irra Qulquudha jedhamnii Lakkiifamaniif Kamiisa Kaleesa Camsaa 27/2007 Yerroo Issaan Mana Hiidhaa Irraa Bahaniit Musliimmooni Maggaala Shashamanee Qophii Geggeesa Ho’aa ta’e Qohesuudhan Gara Kofaleet Kn Geggeesan ta;uu Maddooni Keenya Nuuf Gabasaaniru.

Hawaasn Musliimmaa Muslliimmoota Yaaka Tokko Malee Hiidhamanii dhuma irrati Biliisa Jedhaman Kana Simmaachuuf Ganama irra gara Mana Hiidhaati kan Demmaan Yoo ta’uu Poliisooni Qophii Uummaani qophesse kana irra gubbaatudhaan Hiidhamtoota Hin Lakiisnu Jechuun Hawaasa Wajjiin kan falmaa turan ta’uu Maddooni keenya nuuf gabasaniiru.

Hawaasni Hasaawa Poliisoota kana irra osso Hin rifatiin Hanga Issaan Hin Hiikkaamiin Asiiti Hin Sochoonu Jechuun Ganaama Hanga Guyyaa Irraa Sa.aa 6ti Ossoo Mana Hiidhaa Irra hin Socho’iin Olu Maddooni keenya Nuuf Gabsaniiru.

Musliimmooni Nannoo Sa’aa 6ti Hiidhaa Irraa Hiikkaaman kanaaf Balbala Monnaa irra Jalqabe qophii Siimmaana Ho’aa ta’een Siimatera. Haluuma Saniin Gara Dirreeti Demmuun kan waliit qabamn yoo ta’uu Dirree saaniit Qphiiwaan adda addaa kan qoph’aanii turan ta’uu Bekkaamera.

Qophii Qoph’aan giidduu Jalqaba Rabbii Oboleewaan Keenya Nuuf Base Galaata Galchiina Jechuun Sujuuda Shukrii kan Bu’aan Yoo ta’uu itti ansun immoo Aliimmoota fi Ulama’ootan Sagantaawan Duu’aa’ii fi Muhadaraas tasiifamu Madooni Keenya Nuuf Gabasaaniiru .

Yerroo Da’iiwaan Tasiifama turet Poliisooni Mana Hiidhaa Hawaasa Musliimmaa bakka Saniiti Waliit Qabameen Bitina’aa jechuun Sodachisuu yalanus Hawaasni Musliimmaa tufatudhan Sagantaa issaani Naggaan gegefate Kan Xummuure ta’uu Beekamera.

Muslliimmoota Kofalee kan Biliisan lakkiifaman kaniin fi Eggaa issaan gara Kofaleet galanis Masjiida Kofaleeti Sagantaan Baggaa Naggaan Dhufataani kan tasiifamef yoo ta’uu qophiicha irrat Duu’aa’iin kan tasiifame ta’uu Beekkaamera.

Dabalataani Musliimmooni Aanaa Qabaatee Hiikkaamuu Oboleewaan Issaani Kan Dhagahaan Milaan, Motoraa fi Konkolataadhan Dhufuun Gammaachuu Issaani Ibsatuu issaaani Maddoni Keenya Nuuf Gabsaaniiru.

Odeyfaano Qabsoo Hawaas Muslimaa Hordofuufi Peegii keenya like godha Hariyoota keeysanis itti Afeera.
https://www.facebook.com/RaadiyooDaandiiHaqaa
https://twitter.com/rdh_haqa
http://daandiihaqaa.net/
lakkofsa Whatsupp +474514685
Skype Daandii.Haqaa

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …